Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaantii naannoo Loombaardiyaa abbootiin qabeenyaa xaaliyaanii Ityoophiyaatti hojiilee…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Xaaliyaaniitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambisan Xaaliyaaniitti Preezdaantii naannoo Loombaardiyaa Atiiliyoo Foontaanaa waliin damee…
Ingiliz murtoo mootummaan Ityoophiyaa dhiyeesiin deeggarsa namoomaa naannoo Tigiraayiif taasifamu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ingiliz mootummaan Ityoophiyaa dhiyeesiin deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigiraay deeggarsa barbaadaniif taasifamu akka si’atuuf murtoo walitti…
Magaalaa Finfinneetti shakkamtoonni yakkoota garaagaraan shakkamnan 18 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni 18 meeshaalee garaagaraa manneen daldalaa fi manneen jireenyaa keessa dhoksan to’atamuu…
Jarman misoomaa fi guddina Ityoophiyaaf qoodashee ba’achuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan walitti bu’iinsaa fi jeequmsa keessaa baatee misoomnii fi guddinni ishee akka milkaa’uuf Jarman qoodashee ba’achuuf qophii ta’uu…
Aadde Adaanech Abeebeen sosochii oomisha kuduraalee mana boroo eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Lammii Kuraatti sosochii oomisha kuduraalee mana boroo eegalchiisan.
Bulchiinsi…
Rooba Arfaasaa roobaa jiru faayidaarra oolchuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Rooba Arfaasaa bakkeewwan tokko tokkotti roobaa jiru faayidaarra oolchuun barbaachisaa ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Ityoophiyaa…
Ambaasaaddaroota Haaraa muudamaniif Masaraa mootummaa biyyaalessatti gaggeessan taasiifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ambaasaaddaroota Haaraa biyyoota garaagaraattimuudamaniif Masaraa mootummaa biyyaalessaatti gaggeessan taasiifamaa jiraachuu ibsameera.…
Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraayitti argamaniif deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf jecha…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraayitti argamaniif deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf jecha walitti bu’iinsa dhaabuu Tajaajilli…
Humna Galaanaa aggaammii keessaa fi Alaa qolachuu danda’u ijaaraa jirra – Reer Adiimiiraal Kinduu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Humna Galaanaa aggaammii keessaa fi Alaa ga'umsaan qolachuu danda’u ijaaraa jirra jedhan Ajajaa olaanaan Humna Galaanaa Ityoophiyaa Reer…
Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileessaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota…