Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii idilee 1ffaa paartii Badhaadhinaarratti mariin uummataa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii idilee 1ffaa paartii Badhaadhinaan darban irratti mariin uummataa gaggeeffamaa…
Arfaasaan Lafa hektaara miiliyoona 2.3 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 46 walitti qabuuf…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Bara kana Qonnaa Arfaasaan Lafa hektaara miiliyoona 2.3 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 46 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu…
Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasiin durfamu Paarkii…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasiin durfamu Paarkii indaastirii Dirree Dawaa daawwate.
Daawwanicharratti…
Yaa’iin idilee Mana Maree naannoo Amaaraa har’a ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Yaa’iin idilee 2ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa Mana Maree naannoo Amaaraa har’a kan eegalu ta’uu ibsame.
Yaa’ichi har’aa fi boru kan…
Obbo Girmaa Waaqee walitti qabaa boordii manaajimantii Giruuppii daandii Qilleensaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Obbo Girmaa Waaqee walitti qabaa boordii manaajimantii Giruuppii daandii Qilleensaa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Daandiin qilleensichaa obbo…
Obbo Tawaldee Gabra Maariyaam fedhii isaaniin aangoo gadi lakkisan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Hoji raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Ityoophiyaa obbo Tawaldee Gabra Maariyaam fedhii isaaniin aangoo gadi lakkisaniiru.
Daandiin…
Obbo Ristuu Yirdaa fi Dooktar Liyaa Taaddasaan proojektoota misooma Birrii biiliyoona 1.2 hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa fi Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan bulchiinsa magaalaa Arbaa Minciitti hojiiwwan…
Kutaa hawaasa hundaatti dhiyaannee dhaggeeffachuu qabna kan jenneef dhimmoonni wal nu marisiisan…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa hawaasa hundaatti dhiyaannee dhaggeeffachuu qabna kan jenneef dhimmoonni wal nu marisiisan…
HR 6600 hariiroo Ityoophiyaa fi Ameerikaa tilmaamama keessa kan galchee miti-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministeera fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Afrikaa Bahaatti Ergamaa addaa Ameerikaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee Seeneegaalitti Imbaasii Ityoophiyaa tajaajilaa turan daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waggoota afuriif tajaajilaa kan turan Seeneegaalitti Imbaasii Ityoophiyaa tajaajilaa turan daawwataniiru.…