Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Zawdee Seeneegaalitti Imbaasii Ityoophiyaa tajaajilaa turan daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waggoota afuriif tajaajilaa kan turan Seeneegaalitti Imbaasii Ityoophiyaa tajaajilaa turan daawwataniiru.…
Mootummaan rakkoo nageenyaa fi qaala’iinsa jireenyaf furmaata waaraa akka laatu jiraattoonni…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Mootummaan nageenyaa waaraa mirkanneessuu cinaatti qaala’iinsa jireenyaaf furmaata akka laatu jiraattoonni magaalaa Asoosaa gaafataniiru.…
Badhaadhinni qormaatilee gurguddoo keessatti hundaa’us injifannoowwan jajjabaa galmeessaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Badhaadhinni qormaatilee gurguddoo keessatti hundaa’us injifannoowwan jajjabaa galmeessaa jiraachuu Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Rakkoolee waloo qabnu furuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Rakkoolee waloo qabnu furuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dubbatan.
Preezdaant Saahilawarq…
MM Abiy Ahimad balaa xiyyaaraa Chaayinaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aame ibsan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balaa xiyyaaraa daandii qilleensa bahaa Chaayinaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aamee ibsaniiru.
MM Abiy…
Magaalichatti biyyeen sigigaachuun lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 7tti sababaa biyyeen sigigaachuutin lubbuun nama 1 darbu Komishinii hoggansi sodaa balaa fi ibiddaa…
Nageenya magaalaa Shaashamannee deebisanii dhaabuu irratti hojiin hojjatame boonsaadha-Obbo Malaakuu
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal nageenyaa fi magaalaa Shaashamannee deebisanii dhaabuu irratti hojiin hojjatame boonsaadha…
Magaalaa Sulultaa, Buraayyuu fi Laga Xaafootti Murtoo fi kallattii Yaa’ii 1ffaa Paartii…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa, Buraayyuu fi Laga Xaafoo Laga Daadhitti Murtoo fi kallattii Yaa'ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaan darbee fi…
Yeroon Abbootiin Qabeenyaa alaa Ityoophiyaatti Invastimantiirratti bobba’an amma – Komishinar…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Yeroon Abbootiin Qabeenyaa alaa Ityoophiyaatti hojii Invastimantiirratti bobba’an amma ta’uu Komishinarri Komishinii Invastimantii Komishinar…
Naannoo Amaaraatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaaloota Baahiir Daarii fi Goondaritti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjichi murtoo fi kallattii Paartii…