Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaaloota Baahiir Daarii fi Goondaritti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjichi murtoo fi kallattii Paartii…
Naannoo Amaaraatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaaloota Baahiir Daarii fi Goondaritti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjichi murtoo fi kallattii Paartii…
Naannoo Gaambeellatti Murtoo fi kallattii Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa fi haala…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti Murtoo fi kallattii Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa fi haala yeroorratti mariin hawaasa Godina Anyuwaak aanaa Abboobboo…
Magaalaa Dirree Dawaatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti waltajjiin uummataa gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjichichi mata duree ‘qormaanni keenya heddummaachuun imala…
Naannoo Somaaleetti Murtoo fi kallattii Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa fi haala yeroorratti…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Naannoo Somaaleetti Murtoo fi kallattii Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaan darbee fi haala yeroorratti ummata waliin magaalaa Jigjigaatti…
Naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti waltajjiin uummataa murtoo fi kallattii Paartii…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti waltajjiin uummataa murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate eegaleera.
Waltajjicharrattis…
Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti Murtoo fi kallattii Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) –Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti Murtoo fi kallattii Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaan darbee fi haala yeroorratti ummata…
Naannoo Kibbaatti Murtoo fi kallattii Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaan darbee fi haala…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti Murtoo fi kallattii Yaa'ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaan darbee fi haala yeroorratti ummata waliin magaalaa Aarbaa Mincitti…
Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti mariin hawaasaa taa’amaa jira
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti mariin hawaasaa taa'amaa jira.
Maricharratti rakkoowwan kanaan dura mul'atan kanneen akka rakkoolee misooma…
Magaalaa Finfinneetti Paartii badhaadhinaa marii Uummataa gaggeessu eegale
Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Sadarkaa magaalaa Finfinneetti Waltajjiin murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate uummata waliin gaggeeffamuu eegaleera.…