Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen yaa’ii bishaan addunyaarratti hirmaachuuf Seenegaal galan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen yaa’ii bishaan addunyaa 9ffaarratti hirmaachuuf Seenegaal galan.
Jilli Preezdaant Saahilawarqiin durfamu…
Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa fi Saafaariikoom kiraa utubaa Koonkiriitii irratti waliigaltee…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa fi dhaabbanni Saafaariikoom kiraa utubaa Koonkiriitii irratti waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame.…
Yaa’iin Caffee qormaatilee akka biyaatti mudate injifannoodhaan cee’uun gaggeeffamuunsaa adda…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Afayaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan haasaa baniinsaa taasisaniin, qormaatilee akka biyaatti nu mudate injifannoodhaan cee'uun…
Caffeen Oromiyaa Yaa’isaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi galma Abbaa Gadaatti har’aa fi boruu ni…
Yaa’iin Mana Maree naannoo Gaambeellaa wixinee labsiiwwannii fi muudamoota dhiyaatan…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa'ii idilee guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen wixinee labsiiwwannii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisun xumurameera.…
Daldaltoota oomishaalee bu’uuraa dhoksuun gatii hin malleetti gurguruuf socha’aa…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Daldaltoota oomishaalee bu'uuraa dhoksuun gatii hin malleetti gurguruuf socha'aa turanirratti tarkaanfiin fudhatame.
Tajaajilli nageenyaa fi…
Proojektiin Gorgoraa damee Turizimii cimsuun diinagdee biyyaa ni utuba – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har'aa qaama maaddii biyyaa kan ta'e proojektii Gorgoraa gamaaggamuu isaanii ibsaniiru.
Baatii muraasa…
Godina Arsii Lixaatti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 3.6…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 3.6 sassaabbamuu koree qindeessiituun hidhichaa beeksise.…
Aadde Adaanach Abeebeen Sheedootaa fi lafa qonna magaalaaf oolu dargaggootaaf dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti Sheedootaa 63 fi lafa qonna magaalaaf oolu 271 dargaggootaaf…
Caffeen Oromiyaa Boruu eegalee Yaa’ii idilee 2ffaa ni gaggeessa
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa boruu eegalee Yaa'ii idilee 2ffaa Waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa galma abbaa Gadaatti kan gaggeessu ta'uu
Af Yaa'iin Caffee…