Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Walloo barattoota simachuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin hojii dhaabee kan ture Yuunvarsiitiin Walloo adeemsa baruu fi barsiisutti deebi’uuf barattoota…
Ministeerri Turizimii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf marii taasiise
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Ministeerri Turizimii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waliin qindoominaan hojjechuuf marii taasiise.
Jilli Ministira…
Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara olaanaa Baankii…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara olaanaa Baankii Addunyaa Taawufiilaa Niyaamaadzaaboo waliin mari’atan.…
Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 1ffaa, bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a Magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.…
MM Abiy Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu hordofe ergaa baga…
Obbo Binnaalf Andu’aaleem dhaabbileen amantaa nageenya waaraa buusuuf qooda olaanaa qabu jechuun…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalf Andu’aaleem hoggantoota boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin mari’ataniiru.
Marichaanis dhaabbileen…
Jilli olaanaan DhMG haala hongee fi rakkoolee misooma hawaasaa irratti mari’achuuf Jigjigaa gale
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC)- Jilli olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii haala hongee fi rakkoolee misooma hawaasaa naannichaarratti mari’achuuf Jigjigaa galeera.
Jilichi…
Raawwiin proojektii aspaaltii Aggaaroo-Geeraa-Meedaaboo haala gaariirra akka jiru ibsame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa fi Kibbaa Lixaa Ityoophiyaa kan walqunnamsiisuu raawwiin proojektii aspaaltii Aggaaroo-Geeraa-Meedaaboo haala gaariirra akka jiru…
Damee geejjibaa fi loojistikiin bu’aa olaanaa fiduuf hojiileen hojjetaman gadi fageenyaan…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Damee geejjibaa fi loojistikiin bu’aa olaanaa fiduuf hojiilee hojjetaman gadi fageenyaan gamaaggamamuu akka qabanii fi hordoffii fi to’annoo…
Dhimmi Nageenyaa fi rakkoon hongeen muudataa jiru xiyyeeffaannoo qaama hundaa barbaada – Preezdaant…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC) – Dhimmi Nageenyaa fi rakkoon hongeen muudataa jiru xiyyeeffaannoo qaama hundaa kan barbaadu ta’uu Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa…