Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti ijaarsa giddu gala to’annoo…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo naannoo Buufata Kuduraa fi Muduraatti ijaarsa giddu gala…
MM Abiy Ahimad Lixa Danbiyaatti Qamadii Jallisiin misoome daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad naannoo Amaaraa aanaa Lixa Danbiyaatti Qamadii Jallisiin misoomaa jiru daawwataniiru.
Misoomni Qamadii kun…
Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa ergama biyyaalessaa milkeessuu fi tokkummaa sabdaneessaa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa ergama biyyaalessaa milkeessuu fi tokkummaa sabdaneessaa cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta'uu beeksiise.…
Guyyaa boruu fiigichi daandiirraa Magaala Baatutti ni gaggeefama
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Qopheessummaa Komishinii Turizimii Oromiyaan guyyaa boruu Sagantaan fiigicha daandiirraa Magaala Baatutti ni gaggeefama jedhame.
Saganticha…
Kitaabni Riifoormii hojiilee damee nageenyaa fi tasgabbiirratti hojjetameerratti xiyyeefate…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Kitaabni Riifoormii hojiilee damee nageenyaa fi tasgabbii akkasumas hojiilee jijjiirrama waliigalaa hojjetameerratti xiyyeefate eebbifameera.…
Waldaan Faayin Aartii Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti agarsiisawwan fakkii hawaasaaf banaa taasiise
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Waldaan Faayin Aartii Oromiyaa mata duree "Agarsiisa Oromiyaa"jedhu Muuziyeemii Magaalaa Finfinneetti agarsiisawwan fakkii hawaasaaf banaa taasiisuu…
Humni Qilleensaa Ityoophiyaa naannoo Qilleensaa biyyattiif waardiyyaa murteessadha – Leetanaal…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo kamiiyyuu caalaa birmadummaa naannoo Qilleensaa biyyattiif waardiyyaa murteessaa ta'uu ajajee olaanaan Humna…
Baandiin Afran Qalloo Aartii Oromoo har’aatiif hidda dhiigaa hin cinneedha – Artistoota…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Baandiin Afran Qalloo Aartii Oromoo har'aatiif hidda dhiigaa hin cinneedha jedhan Artistoonni gameeyyii Oromoo.
Tuutni Hawwisoo Baandii Afran Qalloo…
Manni Maree Naannoo Kibbaa baajata dabalataa Birrii miiliyoona 679 ol mirkaneesse
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Manni Maree Naannoo Kibbaa baajata dabalataa Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 79 fi kuma 87 ol mirkaneessuun yaa'ii idilee gaggeessaa ture…
Ogeeyyii Fayyaa Adda waraanaa deemuun gumaacha taasiisaniif sagantaan galateeffannaa fi beekkamtii…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Iddoolee gareen shororkeessaa ABUT weerara ture gadi lakkisiisuuf duula gaggeeffamaa turerratti Ogeeyyii Fayyaa Adda waraanaa deemuun gumaacha…