Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Chaappawwanii fi Gabateewwan konkolaattootaa karaa seeraan alaa qophaa’e to’atame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Mattuutti Chaappawwanii fi Gabateewwan konkolaattootaa maqaa dhaabbileen karaa seeraan alaa qophaa'e mana jireenyaa nama dhuunfaatti kuufamee…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan Atleetoonni Ityoophiyaa xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti gaggeeffamaa jiruun Atleetoonni Ityoophiyaa fageenya meetira kuma 1 fi…
Raawwiin damee Albuudaa baatiwwan 8 darbanii gaarii fi abdii olaanaa kan muul’iseedha –…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Raawwiin damee Albuudaa baatiwwan 8 darbanii gaarii fi abdii olaanaa kan muul'iseedha jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan.…
Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee har’a gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Manni Maree Ministiroota walga'ii idilee 5ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti murtoo dabarseera.
1.Manni marichaa sanada tarsiimoo…
Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yunvarsiitii Waldiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yunvarsiitii Waldiyaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiiseera.
Barattoonni kunneen Fulbaana 22,…
Haala Kominikeeshinii Biyyattii bifa walfakkaatuu fi Kallattii badhaadhina Biyyattii ittiin wal…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Tajaajilli kominikeeshinii Mootummaa haala Kominikeeshinii Biyyattii bifa walfakkaatuu fi Kallattii badhaadhina Biyyattii waliin wal simsiisuun…
Jilli Dooktar Fiqiruu Raggaasaan durfamu naannoo Sidaamaatti misooma beelladaa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Qonnaa Dooktar Fiqiruu Raggaasaan durfamu Naannoo Sidaamaatti Misooma Beelladootaa daawwateera.
Jilli sosochii…
Oromiyaatti qonnaan bultootaa kuma 6 fi Interpiraayizoota kuma 1 ol gara Invastaraatti ceesiisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Oromiyaatti qonnaan bultootaa kuma 6 fi Interpiraayizoota kuma 1 ol gara Invastaraatti ceesiisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii Idilee 6ffaa marsaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.
Miseensonni mana…
Obbo Dammaqaan Daayreektara olaanaa Oksifaam idil addunyaa waliin dhimma dhiyeessa deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Daayreektara olaanaa Oksifaam idil addunyaa…