Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Ityoophiyaa sadarkaa fooyya’aatti ceesiisuuf murannoon ni…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Ityoophiyaa sadarkaa fooyya'aatti ceesiisuuf murannoon kan hojjetan ta'uu miseensi koree hojii raawwachiiftuu…
Aanaa Dugdaa Daawwaatti Manni Murtii Aadaa hundeeffame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaatti Manni Murtii Aadaa aanichaa hundeeffameera.
Waraqaan haala waliigalaa hundeeffama mana murtii aadaatii fi…
Mariin oomishaalee gara Chaayinaatti ergamaan waliin walqabsiisee rakkolee muudatan furuurratti…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Mariin oomishaalee baasii gara Chaayinaatti ergamaan waliin walqabsiisee rakkolee muudatan furuurratti qamolee dhimmi ilaallatuu waliin viidiyoo…
Kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuunfa 7 maallaqoota biyyoota alaa adda addaa seeraan ala…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuunfa kuusaa gurgurtaa bilbilootaa fi shaqaxaalee keessaati maallaqoota biyyoota alaa garagaraa jijjiiraa turan…
Qaala’iinsa gabaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufe hundeerraa furuun maaliif dadhabame-Hawaasa
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Hawaasni naannoo Oromiyaa Godinaalee garaagaraa keessa jiraatan waa’ee qaala’iinsa gabaa tasgabbii dhabe ilaalchisuun Komii isaanii ibsaniiru.
Faanaa…
Rakkolee sirna barnootaarratti hudhaa ta’an jedhamanirratti Ministeerri Barnoota Yuunvarsiitii…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnoota Proofeesar Birhaanuu Naggaa rakkolee sirna barnootaarratti hudhaa ta’an jedhamanirratti Yuunvarsiitii Jimmaatti…
Hawaasni daldalaa yeroo rakkoo bu’aa olaanaa barbaachurra tumsaan dabarsuu qabu – Abbootii Amantaa
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Hawaasni daldalaa yeroo rakkootti bu’aa olaanaa barbaachurraa haala tumsaan dabarsuun danda’amurratti xiyyeeffachuu akka qaban Abbootiin…
Gaaffii uummataa deebisuuf hundi waan irraa eegamu hojjechuu qaba-obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Gaaffii uummataa deebisuuf hundi waan irraa eegamu hojjechuu qaba jedhan preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badrii.
Miseensonni Mana Maree…
Karoorri Ityoo Teeleekoom gariiniin dhuunfaatti jijjiiruu yeroo biraatti darbe
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Mootummaan Federaalaa karoora Ityoo Teeleekoom gariiniin dhuunfaatti jijjiiruu yeroo biraatti akka darbuu murtoo dabarsuu Ministeerri Maallaqaa…
UNICEF deeggarsa maallaqaa fi teekinikaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhabbanni gargaarsa daa’immanii UNICEF deeggarsa maallaqaa fi teekinikaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu…