Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Gumbii Bordoddeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa aanaa Gumbii Bordoddeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsame.
Konkolaataan Aayisuuzuu jedhamuMagaalaa…
Oomishinni waqtii gannaa %90 ol walitti qabamera- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Oomishinni waqtii gannaa bara 2013/14 %90 ol walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Oomishinni lafa heektaara miiliyoona 12 fi kuma dhibba 9…
Daawwannaan MM Abiy Ahimad Eemireetota Araba Gamtoomaniitti taasisan hariiroo biyyoota lameenii…
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Daawwannaan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Eemireetota Araba Gamtoomaniitti taasisan dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii daran cimsuu…
Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa sirna kenniinsa meedaaliyaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa miseensota isaaf sirna kenniinsa meedaaliyaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.
Sirnicharratti Preezdaantii naannoo…
Waliigalteen biyyaalessaa mootora badhaadhina keenyaati- Preezdaant Dastaa Leedaamoo
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Bu’uurri imala badhaadhina Ityoophiyaa waliigaltee biyyaalessaa ta’uu Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo ibsan.
Waltajjiin marii…
Dhaabbanni gargaarsa namoomaa Caayaa hundaa’e
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Dhaabbanni gargaarsa namoomaa Caayaa sadarkaa biyyaalessaatti guyyaa ha'aa hundaa'eera.
Dhaabbanni gargaarsa namoomaa Caayaa muul'ata dheeraa hanga…
Magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti duulli qulqullinaa gaggeeffameera.
Duulli qulqullinaa kun har'a barii sa'atii 12 irraa kaasee kan gaggeeffame yoo ta'uu,…
Godina Jimmaa magaalota 46 keessatti duulli qulqullina Magaalaa gaggeeffameera
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Godina Jimmaatti duulli qulqullinaa mata duree ' naannoo keenya haa qulqullissinu, sammuu keenyas jibbiinsaa fi wal qooduu irraa haa…
Jilli preezdaant Shimallisiin durfamu aanaa Adaamaatti qamadii jallisii misoome daawwate
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaa Ganda Waaqee Mi'aa Xiyyootti Qamadiin jallisiin…
Magaalaa Asallaatt duulli qulqullina magaalaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Duulli qulqullinaa Magaalaa Asallaatti gaggeeffameera.
Jiraattonni Magaalaa Asallaa jireenyi keenya fayyaa buleessa Akka ta'uuf duulaan Magaalaa…