Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo Teeleekoom baatiwwan jahatti galii Birrii biiliyoona 28 ol argachuu beeksise
Finfinnee, Amaajjii 23, 2014 (FBC)- Ityoo Teeleekoom baatiwwan jahatti galii Birrii biiliyoona 28 ol argachuu beeksiseera.
Hoji raawwachiistu olaantuun Ityoo Teeleekoom aadde Fireeyiwot…
Qormaanni kutaa 12’ffaa bara 2013 sababa nageenyaatiin bakka bakkatti osoo hin kennamiin hafe…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Qormaanni kutaa 12'ffaa bara 2013 sababa nageenyaatiin bakka bakkatti osoo hin kennamiin hafe Amajji 24 - 27 bara 2014'tti laachuuf qophiin…
Misoomni sululaa guddina qonnaaf bu’uura- Preezdaant Dastaa Leedaamoo
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Misoomni sululaa guddina qonnaaf bu’uura ta’uu Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo ibsan.
Preezdaant Dastaan hojii misooma sululaa…
Hoggantoota olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa naannawaa magaalaa Finfinnee jiraniif guddinni sadarkaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Hoggantoota olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa naannawaa magaalaa Finfinnee jiraniif guddinni sadarkaa kennamuu ibsame.
Sadarkichi kan kenname hoggantoota…
Madda gootummaa kan ta’e Raayyaa Ittisaa biyyaaf beekkamtii laachuun biyya boonsudha –…
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Garee Shororkeessaa ABUT barbadeessuun hojii boonsaa kan hojjete madda gootummaa Ityoophiyaa Raayyaa Ittisaa biyyaaf beekkamtii laachuun biyya boonsuu…
Obbo Ristuu Yirdaaw dhaabbilee magaalaa Hoosaa’iinaatti ijaarramaniif dhagaa bu’uuraa…
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dhaabbilee garaagaraa magaalaa Hoosaa'iinaatti ijaarramaniif dhagaa bu'uuraa kaa'aniiru.
Ijaarsaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 6 darbanii gamaggame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 6 darbanii gamaggamuu ibsame.
Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Xumura…
Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu bakka argama Buna…
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu Coocee bakka argama Buna Arabikaa daawwateera.
Jilli Ministira Ministeera…
Lammiilee buqqa’anii fi dhaabbilee barbadaa’an debisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba…
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Lammiilee gocha garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi dhaabbilee barbadaa’an debisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii…
Naannoon Oromiyaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afriikaarratti hirmaatan simachuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa keessummoota Yaa'ii Gamtaa Afriikaarratti hirmaatan simachuuf qophii ta’uu ibsameera.
Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaan…