Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegale.
Pireezidaantiin naannichaa obbo…
Ashaaraan magariisaa miidhaginarra darbe humna diinagdee ta’aa jira – obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xurunaan naannawaa Istaadiyeemii Idil Addunyaa Bahir Daaritti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban.…
Barri baajetaa 2018 fedhii uummataa kan itti deeebisnuu dha – Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 13, 2017(FMC) – Barri baajetaa 2018 milkaa’inoota bara kana arganne cimsinee kan itti fufnu akkasumas fedhii uummatichaa kan itti deebisnuudha jedhan kantiibaa Adaanech…
Dinagdeen dam-hedduu guddina damee tuurizimiif gumaacheera – Mufariyaat Kaamil
Finfinnee, Adoolessa 13, 2017(FMC) - kallattiin dinagdee damhedduun Itiyoophiyaan hordofaa jirtu misooma humna namaa fi babal'ina bakkeewwan hawwattoota tuurizimiif gumaacha olaanaa…
Caffeen Muudamoota garaagaraa raggaasisuun yaa’ii isaa xumure
Finfinnee, Adoolessa 13,2017 (FMC) - Yaa'iin idiilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara Hojii Caffee 6ffaan guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture mudama dhiyaateef raggaasisuun xumurameera.
Yaa'ichaan…
Baajanni Naannoo Oromiyaa bara 2018 Birrii biiliyoona 400 ol ta’uun ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 13, 2017 (FMC)_ Caaffeen Oromiyaa baajata bara 2018 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Birrii biiliyoona 400 fi miiliyoona 700 taasisuun raggaasiseera.
Baajanni bara 2018…
Damee Sirna haqaan hojiiwwan haaromsaa hojjetamaniin bu’aalee galmaa’an cimsuu barbaachisa –…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2017(FMC) - Hojiiwwan haaromsaa damee sirna haqaa keessatti hojjetamaniin bu’aalee argaman cimsuu barbaachisa jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan FDRI Tamasgeen…
Sagantaa Maaddii Guutuun dammi tooniin kumni 300 ol oomishame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2017 (FMC)- Ministeerri Qonnaa bara baajataa 2017’tti Sagantaa Maaddii Guutuun dammi tooniin kumni 300 fi kumni 26 oomishameera jedhe.
Sagantaan Maaddii Guutuu…
Namoota Naamuusa Abbaa seerummaa cabsan 394 irratti tarkaanfiin fudhatame_ Obbo Gaazaalii Abbaasimal
Finfinnee, Adoolessa 13,2017 (FMC)_ Namoota duudhaa fi naamuusa Abbaa seerummaa cabsan 394 irratti tarkaanfiin garaagaraa fudhatameera jedhan Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idiilee 9ffaa har’as itti fufuun gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 13,2017 (FMC)_ Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa bara Hojii caffee 6ffaa har'as itti fufuun gaggeessaa jira.
Yaa'icharratti Pireezidaantiin Mana…