Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiwwan jahan darbanitti dhaabbilee misoomaa mootummaarra galiin Birrii biiliyoonni 3.6…
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Baatiwwan jahan darbanitti dhaabbilee misoomaa mootummaarra galiin Birrii biiliyoonni 3.6 sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastera…
MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Abudaabii galan
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Abudaabii galaniiru.
Muummeen Ministira Abiy Ahimad wayita…
Jilli Obbo Eliyaas Kadiriin durfamu godina Arsii aanaa Heexoosaatti hojii misooma sululaa fi…
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Jilli Biiroo Qonnaa Oromiyaatti hogganaan damee qabeenya Uumaa fi Wabii nyaata Oromiyaa Obbo Eliyaas Kadiriin durfamu godina Arsii aanaa Heexoosaatti…
Ministeerri Galiiwwanii sagantaa badhaasaa fi beekkamtii laachuu gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii sagantaa badhaasaa fi beekkamtii laachuu addabaabaayii Michummaatti gaggeessaa jira
Sagantichi mata duree ‘Tajaajilummaan…
Biiroon Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa raawwii hojii baatiwwan 6 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Biiroon Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa raawwii hojii baatiwwan 6 gamaaggamaa jira .
Gamaaggamichis magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.…
Waltajjiin Hariiroo Waloo, Biyyaalessaa Qaamolee Seera Baaftuu Magaalaa Bishooftuutti eegale
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Waltajjiin Hariiroo Waloo, Biyyaalessaa Qaamolee Seera Baaftuu guyyoota lamaaf turu Magaalaa Bishooftuutti eegaleera.
Waltajjichi hundeeffamaa seeraa…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu magaalaa Buraayyuutti proojektiiwwan adda adda daawwate
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastera Magaalaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu magaalaa Buraayyuutti proojektiiwwan adda adda…
Barattoota gara barnoota isaaniitti deebisuu fi dhaabbilee barnootaa ijaaruun tajaajilaaf…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Bulchhinsota Magaalaa lamaa fi naannolee kudhan waliin ta’uun barattoota gara barnoota isaaniitti deebisuu fi dhaabbilee barnootaa…
Magaalaa Finfinneetti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’ataman
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti oppireeshinii qindaa’aa Poolisiin Magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa gaggeessaniin meeshaaleen…