Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walitti Bu’insa konkolaataa Aanaa Baakkoo Tibbeetti uumameen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tibbee Magaalaa Shobokaa naannoo Laga Maraa jedhamutti walitti bu'insa konkolaataa abbaa gommaa 10 fi konkolaataa wal…
Qaamoleen garaagaraa lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Qaamoleen garaagaraa lammiilee sababa hongee fi waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 8 fi kuma dhibba 5 ol taasisan.
Ityoophiyaanonnii fi…
Magaaloota Waldiyaa, Marsaa, Wacaalee fi naannawaa jiranitti tajaajilli humna Elektirkaa adda cite
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Utubaa Sarara daddabarsa humnaa elektirikaa abbaa Kiiloo Vooltii 66 irratti balaa ibiddaa muudateen magaaloota Waldiyaa, Marsaa, Wacaalee fi…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu anga’oota mootummaa Sawud Arabiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu hogganaa olaanaa Wiirtuu deeggarsa namoomaa mootii Sawud Arabiyaa Dooktar Abdullaahi…
Yuunvarsitiin Arsii konfirensii qorannoo biyyoolessaa 7ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsitiin Arsii mata duree 'guddina itti fufiinsa qabu Ityoophiyaatti fiduuf hojii diinagdee fi daldalaa qorannoon deeggaruu’ jedhuun…
Godaansa seeraan alaa ittisuuf godinaalee Oromiyaa jaha keessatti walta’iinsaan hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)- Godaansa seeraan alaa ittisuuf godinaalee Oromiyaa jaha keessatti walta’iinsaan hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Hubannoon labsii lakkoofsa 1156/2011…
Jiraattonni magaalaa keenyaa hundi Afrikaanummaa keenyatti boonaa milkaa’ina yaa’ii Gamtaa Afrikaaf…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee yaa’ii Gamtaa Afrikaa 35ffaa torban dhufu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru.
Ergaa…
Qocholaa gareen Shororkeessaa ABUT taasiisaa jiru ittisuuf qaamoleen nageenyaa tarkaanfii akka…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Qocholaa gareen Shororkeessaa ABUT taasiisaa jiru ittisuuf Raayyaan Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa tarkaanfii qorannoorratti hundaa’a akka fudhatan…
Dhaabbanni Faayinaansii Idil Addunyaa dameewwan invastimantii mootummaan dursii laatameef deeggaruuf…
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Faayinaansii Idil Addunyaa (IFS) Ityoophiyaa keessaatti kan argamuu dameewwan invastimantii mootummaan dursi laatameef deeggaruuf murannoo qabu…
Koomishinichi konkolaattonni Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50 bitaman naannoleef qoode
Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa konkolaattonni Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50 bitaman naannoleef deeggarsa taasisuu ibsame.…