Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Mallas Alam DhMG Ityoophiyaatti hojii deebisanii dhaabuu akka deeggaru waamicha…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) –Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mallas Alam DhMG Ityoophiyaatti hojii deebisanii dhaabuu akka deeggaru waamicha taasisaniiru.…
Giddugalli keessumeessaa addaa diyaaspoorota ayyaana cuuphaa Goondaritti kabajuuf dhufan…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Giddugalli keessumeessaa tajaajila baankii addaa diyaaspoorota ayyaana cuuphaa Goondaritti kabajuuf dhufan keessummeessan hundeeffamuu Baankii Daldala…
Proojektichaan hawaasa baadiyyaa fi dargaggoota hojii barbaadan fayyadamoo taasisuuf kan hojjetamu…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Proojektii dhaabbata tumsaa Ityoo- Xaaliyaaniin hawaasa baadiyyaa fi dargaggoota hojii barbaadan fayyadamoo taasisuuf kan hojjetamu ta’uu ibsame.…
Godina Harargee Lixaa aanaa Daaroo Labuutti Manni Murtii aadaa hundaa’e
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)-Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuutti sirni man-bultii gaggeeffamuun Manni Murtii Aadaa hundaa'eera.
Hawaasni Aanaa Daaroo Labuu osoo Manni Murtii…
Komishinaroota Komishinii Maree Biyyaalessaa eeruun hanga Amajjii 6, 2014 itti fufa – MMBBU
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree Biyyaalessaa eeruun hanga Amajjii 6, 2014 kan itti fufu Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa…
Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti deeggarsi lammiilee buqqa’aniif taasifame
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayaanaatti deeggarsi lammiilee sababa rakkoo nageenyaatin aanaa Kiraamuu fi gandoota Giddaa Ayyaanaa tokko tokkoo keessaa…
Dhiibbaan Siyaasaa biyyoota badhaadhanii Ityoophiyaanoota carraa isaanii murteessurraa hin…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Dhiibbaan Siyaasaa biyyoota badhaadhanii Ityoophiyaanoota carraa isaanii ofiin murteessurraa hin daangessu jedhan Dhaabbata Mootummoota…
Ijaarsi daandii buufata Xiyyaaraa Hawaasaa Bishaan Gurraacha xumurame
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Ijaarsi daandii buufata Xiyyaaraa Hawaasaa hanga Bishaan Gurraachatti ijaaramaa ture xumurameera.
Daandiichi dheeriina kiiloo meetira 3.5 kan qabuu fi…
Diyaaspooraan faayidaa waaraa Ityoophiyaaf hojjechuu qaba – Dooktar Mahaammad Indiriis
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraan faayidaa waaraa Ityoophiyaa mirkaneessuuf hojjechuu akka qabu Itti aanaan Daayreektara olaanaa Ejansii Diyaaspooraa…
Mariin biyyaalessaa galma akka ga’uuf miidiyaalee fi ogeessota miidiyaalerraa waan baayyeetu eegama-…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin biyyaalessaa gaggeeffamuuf jedhu galma akka ga’uuf miidiyaalee fi ogeessota miidiyaalerraa waan baayyeen kan eegamu ta’uu hayyoonni…