Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hoggantoota Biiroo naannolee hundaa waliin marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hoggantootaa fi ogeeyyii Biiroo naannolee hundaa waliin marii gaggeessaa jira.
Imaammata Inarjii…
Horroo Guduruu Wallaggaatti opporeeshinii hanga ammatti gaggeeffameen miseensoonni Shanee 433…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti opporeeshinii hanga ammatti gaggeeffameen miseensoonni Shanee 433 wayita ajjeefaman, 115 ammoo booji’amuu bulchiinsi…
Oromiyaatti bara darbee biqiltuu dhaabbate keessaa biiliyoonni 3.8 lateera-Obbo Abarraa Warquu
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara darbee biqiltuu dhaabbate keessaa biiliyoonni 3.8 lateera jechuun Hogganaan Biiroo Qonnaa naannoo Oromiyaa Obbo Abarraa Warquu…
Waltajjiin hawaasa diyaaspooraa fi imbaasiiwwan hirmaachisee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Waltajjiin hawaasa diyaaspooraa fi imbaasiiwwan hirmaachisee qopheessummaa Ministeera Dhimma Alaa fi Yuunvarsiitii Finfinneetin gaggeeffamaa jira.…
Diyaaspooraan muuxannoo fi beekumsaa damee teeknooloojiitiin qabuun biyya isaa akka deeggaruu…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) –Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Diyaaspooraan waamichi gara biyyaa galuu taasifamee hordofee diyaaspooroonni gara biyya dhufaniis muuxannoo fi…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Seeneegaal,Giinii fi Moorookoon morkattoota…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Seeneegaal Zimbaabuwee, Giiniin Maalaawwii, Moorookoon Gaanaa injifataniiru.
Seeneegaal 1-0…
Yakka gareen shororkeessaa ABUT raawwachaa jiru dhaabsisuuf dhalattoonni Tigraay yeroo kamiyyuu…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Yakka gareen shororkeessaa ABUT naannoo Tigraayii fi guutuu Ityoophiyaatti raawwachaa jiru ittisuu fi dhaabsisuuf dhalattoonni Tigraay biyya keessaa fi…
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidan waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidan waliin bilbilaan mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad preezdaant Joo…
Poolisiin Federaalaa giddugala dandamachiisa miidhamtoota fayyaa ijaarsisuuf Korporeeshinii…
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa giddugala dandamachiisa miidhamtoota fayyaa miseensotasaa ijaarsisuuf Korporeeshinii hojiiwwan ijaarsaa Ityoophiyaa waliin waliigaltee…
Miidhaa diinagdeerra ga’e bayyanachiisuuf hojimaata haaraa hojiirra oolchuu barbaachisa- Hayyoota
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) – Yeroo waraanaa miidhaa diinagdeerra ga’e bayyanachiisuuf hojimaata haaraa hojiirra oolchuun barbaachisaa ta’uu hayyoonni diinagdee ibsan.
Yuunvarsiitii…