Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana Qillee haala kanaan akka kabajnu Ityoophiyaanoota lubbuu isaanii kaffalaniif kabajatu mala…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Ayyaana Qillee haala hoo'aa ta'een magaalaa Laallibalaatti akka kabajnu Ityoophiyaanoota lubbuu isaanii kaffalaniif kabajatu mala jedhan Preezdaantiin FDRI…
Godina Harargee Lixaatti duulii hojii misooma sululaa hojjatamaa jira
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti duulii hojii misooma sululaa bara kanaa bifa adda ta'een hojjatamaa jiraachuu Waajjjira Qonnaa Godinichaa ibseera.
Godinichatti…
Hogganaan waraana Shanee Ajeja Bahaa Jaal Odaa Qabsoon to’annoo jala oole
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Naannoo Hararitti Hogganaan waraana Shanee Ajeja Bahaa Jaal Odaa Qabsoon to'annoo jala ooluu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksiise.
Qaamoleen…
Manneen hojii dhimmoota sirreessuu qaban gamaaggama raawwii hojii guyyoota 100 gaggeeffameen adda…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) - Manneen hojii Federaalaa dhimmoota sirreessuu fi cimsaanii itti fufsiisuu qaban gamaaggama raawwii hojii guyyoota 100 gaggeeffameen adda baasuun…
Ayyaana Qillee sababeeffachuun madfiin ni dhukaafama – Raayyaa Ittisaa Biyyaa
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) - Ayyaana Qillee sababeeffachuun boru barii sa'aatii 12:00tti madfiin kan dhukaafamu ta'uu Raayyaan Ittisaa Biyyaa beeksiise.
Ayyaanicha sababeeffachuun…
Dargaggoonni yaada waraanaa dhabamsiisuun gara nageenyaatti deebi’uun Badhaadhinaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) - Dargaggoonni yaada waraanaa dhabamsiisuun gara nageenyaatti deebi'uun Badhaadhinaa Ityoophiyaa mirkaneessutu irraa eegama jedhaan Kaantibaan magaalaa…
Hawaasni Kiristiyaanaa ayyaana Qillee wayita kabajan lammiilee buqqa’an deeggaaruu akka qaban…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) - Hawaasni Kiristiyaanaa ayyaana Qillee wayita kabajan lammiilee buqqa'an deeggaraa gadda isaanii qooddachaa akka kabajan abbootiin amantaa waamicha…
Godina Baaleetti meeshaaleen kontirobaandii to’anna jala oolan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)-Godina Baalee Magaalaa Goobbaatti meeshaalee elektirooniksii dabalatee meeshaaleen daldaala seeraan alaa gosa addaa socho'aa turan sakatta'iinsa tasaatiin…
Dura ta’aan Komishinara Gamtaa Afrikaa ergaa baga ayyaana Qilleen isiin gahee dabarsan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Dura ta’aan Komishinara Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamaaat ayyaana Qillee sababeeffaachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dura taa’ichi,…
Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Yuunvarsiitii Arsii waliin ta’uun maatii duultootaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Yuunvarsiitii Arsii waliin ta’uun deeggarsa ayyaana Qilleetiif oolu midhaan nyaataa xaafii adii kuntaala 103.5 maatii…