Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristanaatif erga baga ayyaana Qillee geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristanaatif erga baga ayyaana Qillee geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni bara…
Ayyaana Qillee sababeeffachuun maanguddoota dhaabbata tola ooltotaa Meqdooniyaaf deeggarsi Birrii…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Ayyaana Qillee sababeeffachuun maanguddoota dhaabbata tola ooltotaa Meqdooniyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 27 taasifameera.
Komishiniin Gumurukaa…
Aanaa Dagamitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagamitti balaa tiraafikaa guyyaa har’aa mudateen lubbuun namoota 8 darbe.
Ballichi kan mudate konkolaataan fe’umsaa magaalaa…
Namtichi barattuu Haayimaanot Badhaadhaa haala sukkanneessaan ajjeesee hidha waggaa 21 akka adabamu…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Namtichi barattuu Haayimaanot Badhaadhaa haala sukkanneessaan ajjeesee hidha waggaa 21 akka adamu murtaa’eera.
Namni dhunfaa Hospitaala Xiqur…
Qillee bara kana barii injifannootti ayyaana kabajaa jirru ta’uun isaa adda taasisa-Aadde…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'adaa Abdurahman Ayyaana Qillee sababeeffachuun hawwii qaban dabarsan.
Guutuun ergichaa akka argamaan gaditti…
Preezdantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
haaluma kanaan guutummaan ergaa isaanii akka armaan…
Preezdaant Awwal Arbaan aanaa gootummaan garee shororkeessaa qolate Hadalee’eelaa daawwatan
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal Arbaan aanaa gootummaan garee shororkeessaa qolate Hadalee’eelaa daawwatan.
Aanichatti wayita gareen shororkeessaa…
Ayyaana Qillee yaaddoo nageenyaa tokko malee akka kabajamuuf kutannoon hojjetamaa jira- Komishinii…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Ayyaana Qillee yaaddoo nageenyaa tokko malee akka kabajamuuf kutannoon hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.
Ayyaanichi…
Gamaaggama mana hojii ministeeroota gaggeeffamaa jiruun hojiin bu’a qabeessaa hojjetamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Gamaaggama guyyoota 100 mana hojii ministeeroota Hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa Guubaatti gaggeeffamaa jiru hojiin bu’a qabeessaa hojjetamuu…
Ityoophiyaan birmaddummaa fi walabummaashee bifaa eegeen biyyoota waliin dippilomaasii cimaa akka…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan bara 2022 birmaddummaa fi walabummaashee bifa eegeen biyyoota waliin dippilomaasii cimaa akka qabattuuf hojjechaa jiraachuushee Ministeerri…