Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamaaggamni raawwii hojii dhaabbilee federaalaa bakka MM FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii guyyoota 100 dhaabbilee federaalaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jiraachuu…
Raayyaan Ittisa Biyyaa bakkeewwan qabatetti akka turu kan taasifame uummanni Tigraay irra deebiin…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa bakkeewwan qabatetti akka turu kan taasifame uummanni Tigraay irra deebiin yeroo qalbeeffannaa argachuun eenyummaa sirrii garee…
Dhaabbilee barnootaa olaanoo miidhaan irra ga’e 3 suphuun gara hojjiitti galchuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Naannoo Amaaraatti dhaabbilee barnootaa olaanoo garee shororkeessaa ABUTiin miidhaa guddaan irra ga’e 3 suphuun gara hojjiitti galchuuf hojjetamaa jiraachuu…
Rakkoo garaagartee seenaa muul’atu hiikuuf hayyoonni damichaa ga’ee isaanii akka ba’atan waamichi…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Rakkoo garaagartee seenaa muul’atu hiikuuf hayyoonni damichaa ga’ee isaanii akka ba’atan waamichi dhiyaachuu ibsame.
Ministeerri Nageenyaa yuunvarsiitii…
Komishinichi Komishinii Invastimantii Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun fooramii invastimantii…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Komishinii Invastimantii Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun fooramii invastimantii qopheessuu ibsame.
Fooramichi…
Kutaan Magaalaa Araadaa manneen gandaa 110 harka qalleeyyiif kenneera
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaattii manneen jireenyaa fi hojii 110 qaamolee hawaasaa garagaraaf kenname.
Manneen harka…
Sagantaan ‘Birrii 200 haadha koof, Meeshaa tokko buqqa’aa tokkoof’ jedhu ifoome
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) - Liigiin Dubartoota Paartii Badhaadhinaa Sagantaa ‘Birrii 200 haadha koof, Meeshaa tokko buqqa'aa tokkoof’ jedhu ifoomse.
Sagantaan kun…
Magaalonni Duukamii fi Galaan diyaaspooronni hojiilee invastimantiirratti akka hirmaataniif waamicha…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Magaalonni naannawaa indaastirii jedhamuun beekaman Duukamii fi Galaan diyaaspooronni hojiilee invastimantiirratti akka hirmaataniif waamicha…
Ityoophiyaanonni biyyoota garaagaraa jiraatan lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa jiraatan lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasisan.
Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni…
Huwaaween yaa’ii bulchiinsa intarneetii idil addunyaa Ityoophiyaan qopheessitu kan deeggaru ta’uu…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Huwaawee Teeknooloojii Giruup yaa’ii bulchiinsa intarneetii idil addunyaa Ityoophiyaan qopheessitu kan deeggaru ta’uu beeksise.
Ministir…