Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalonni Istaayish Ahuun Taganyi, Hamusii fi Booyyaan tajaajila Humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Magaalonni Walloo Kaabaa Istaayish Ahuun Taganyi, Hamusii fi Booyyaan tajaajila Humna elektirikaa sababa weerara garee shororkeessaan adda…
Abbootiin Qabeenyaa bulchiinsa Magaalaa Asallaa Mana jireenyaa isaan harka qaleeyyiif dabarsan
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Abbootiin Qabeenyaa bulchiinsa Magaalaa Asallaa mana jireenyaa tajaajila tola ooltummaan ijaaran harka qaleeyyiif dabarsaniiru.
Sagantaa dabarsaa…
Riqichi Alwuhaa garee shororkeessaa ABUTiin diigamee ture hojiin suphaa isaa xumuramuun tajaajilaaf…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Riqichi Alwuhaa garee shororkeessaa ABUTiin diigamee ture hojiin suphaa isaa xumuramuun guyyaa har’aa tajaajilaaf banamuu ibsameera.
Hojiin suphaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee maatii duultootaaf kennaa ayyaanaa laate
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ayyaana Qillee sababeeffachuun maatii duultootaaf horii qalmaa fi midhaan nyaataa kennaan laateera.
Kaatibaan…
Obbolummaa sabdaneessa cimsuun rakkoolee biyyaalessaa nu mudatan injifannoon ni ceena- hoggantoota…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Obbolummaa sabdaneessa cimsuun rakkoolee biyyaalessaa nu mudatan injifannoon ni ceena jedhan hoggantoonni olaanoo Mana maree Bakka bu’oota uummataa fi Mana…
Hoggansi, hojjettoonni damee barnootaa fi Koollejjoonni dhuunfaa Birrii miiliyoona 29 ol Raayyaa…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Hoggansi, hojjettoonni damee barnootaa fi Koollejjoonni dhuunfaa Birrii miiliyoona 29 ol akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Teeknooloojii diqaloomsuutti gargaaramuun oomishtummaa aannannii guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Teeknooloojii diqaloomsuutti gargaaramuun oomishtummaa aannannii guddisuuf xiyyeeffannoo hojjetamaa jiraachuu hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Abarraa…
Dhiibbaa Dippiloomaasii Ityoophiyaarratti baname dandamachuuf hojiileen hojjetaman bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Bara kana Dhiibbaa Dippiloomaasii Ityoophiyaarratti baname dandamachuuf hojiileen hojjetaman bu’aa qabeessa kan turan ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa…
Hoggantoonni Mootummaa, Ambaasaaddaroonni fi dureewwan amantaa Godina Booranatti haawasa hongeen…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii Muftii Idiriis, Amaasaaddaroonni fi hoggantoonni Mootummaa olaanoonGodina…
Gamaaggamni raawwii hojii dhaabbilee federaalaa bakka MM FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii guyyoota 100 dhaabbilee federaalaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jiraachuu…