Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaalee Godina Wallagga Lixaa garaagaraa keessatti hojiin Misooma Sululaa eegale
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Aanaalee Godina Wallagga Lixaa garaagaraa keessatti hojiin Misooma Sululaa bara kanaa eegaleera.
Godina Wallagga Lixaatti hojiin Misooma…
Sirni Kaadhimamtoota komishinaroota koomishinii marii biyyaalessaa itti dhiyaatu diriire
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Sirni Kaadhimamtoota komishinaroota koomishinii marii biyyaalessaa itti dhiyaatu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti diriirfamuu Af Yaa’iin mana marichaa…
Ministeerri Nageenyaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa fi hojjettoonni isaa naannoo Afaaritti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiseera.…
Manni Murtii Aadaa Magaalaa Shaashamannee hojii eegaluu ifatti labsuun yaa’a falaa gaggeessan
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Manni Murtii Aadaa Magaalaa Shaashamannee hojii eegaluu ifatti labsuun yaa'a falaa gaggeessaniiru.
Hundeeffamni mana murtii Aadaa sadarkaa Godinootaa,…
Boordichi Paartilee morkattootaa waliin marii taasiisaa jira
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyaaleessa dhimmoota garaagaraarratti Paartilee siyaasaa waliin marii gaggeessaa jira.
Marii kanarratti dura teessuu Boordii…
Miidhaa gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti qaqqabsiise ilaalchisee diyaaspooraaf ibsi…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Miidhaa gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti qaqqabsiise ilaalchisee diyaaspooraaf ibsi laatameera.
Diyaaspoorawwan waamicha Muummee…
Waltajjiin mata duree ‘Diyaaspooraan Ijaarsa biyyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Waltajjiin mata duree ‘Diyaaspooraan Ijaarsa biyyaaf’ jedhuun magaalaa Samaaraatti gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Preezdaantiin Naannoo Affaar obbo…
Magaalichatti proojektiin misooma seeftiineetii boqonnaa 2ffaa eegale
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti proojektiin misooma seeftiineetii boqonnaa 2ffaa eegaleera.
Hiyyummaa hir’isuu fi dhabamsiisuun kan danda’amu qabeenya argame gara…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Laallibalaatti taasiisuu eegale
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii biyya keessaan har’a irra deebiin gara Laallibalaatti balallii eegaleera.
Miidhaa gareen…
Yuunvarsiitiin Finfinnee miidhaa naannolee Amaaraa fi Afaarirratti qaqqabe qorachuuf akka jedhu ibse
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee garee qorannoo fi qo’annoo hundeessuun miidhaa namoomaa fi qabeenyaa naannolee Amaaraa fi Afaarirratti qaqqabe qorachuuf akka jedhu…