Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Finfinnee miidhaa naannolee Amaaraa fi Afaarirratti qaqqabe qorachuuf akka jedhu ibse
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee garee qorannoo fi qo’annoo hundeessuun miidhaa namoomaa fi qabeenyaa naannolee Amaaraa fi Afaarirratti qaqqabe qorachuuf akka jedhu…
Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Axaayyee ABUT’tiin miidhaan irra gahee ture hojii baruu fi barsiisuu…
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Manni barumsaa sadarkaa 2ffaan Axaayyee gareen shororkeessitoota Shanee fi ABUT’tiin miidhaa irra gahee ture hojii baruu fi barsiisuu idilee eegaluu…
Agarsiifni suuraa ‘waa’ee Ityoophiyaa’ jedhu daawwattootaaf banaa ta’e
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Agarsiifni suuraa ‘waa’ee Ityoophiyaa’ jedhu Dhaabbata Preesii Ityoophiyaan qophaa’ee daawwattootaaf banaa ta’eera.
Agarsiisichi har’a bakka…
Miseensoonni diyaaspooraa Diisiirraa ka’uun gara Finfinnee imalaa turan deeggarsa doolaara Kuma 10…
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Hirmaattoonni xiyyaara barii Diisiirraa ka’uun gara Finfinneetti balali’aa ture keessaa turan deeggarsa doolaara Ameerikaa Kuma 10 fi 400 walitti qabuun…
Diyaaspooraawwan iddoolee waraanaan miidhaman daawwachuuf Samaraa galan
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) - Waamicha biyyaa fudhachuun Lammiileen Ityoophiyaa gara biyyaa dhufan iddoolee waraanaan miidhaman daawwachuuf magaalaa Samaraa galaniiru.
Jilli Itti…
Komishinar Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) - Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa waliin dhimmoota Invastimantiirratti mari'ataniiru.…
Imaammanni rakkoolee gabaa beelladoota dhaabbii furuuf dandeessisu qophaa’e
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Imaammanni rakkoolee gabaa beelladoota dhaabbii furuuf dandeessisu qophaa’eera.
Gabaa beelladoota dhaabbii irratti rakkoolee mul’atan furuuf kan…
Koreen dhaabbii dhimmaa misooma baadiiyaa Caffee Oromiyaa aanaa Kofaleetii hojii misooma baadiyyaa…
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimmaa misooma baadiiyaa Caffee Oromiyaa Godina Arsii Lixaa aanaa Kofaleetti hojii misooma baadiyyaa fi proojaaktii daawwateera.…
Koreen dhaabbii dhimmaa misooma baadiiyaa Caffee Oromiyaa aanaa Kofaleetii hojii misooma baadiyyaa…
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimmaa misooma baadiiyaa Caffee Oromiyaa Godina Arsii Lixaa aanaa Kofaleetti hojii misooma baadiyyaa fi proojaaktii daawwateera.…
Buqqaatoota naannoo Waldiyaa jiraaniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Buqqaatoota naannoo Waaldiyaatti argamanii deeggarsii akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 30.7 baasuu taasifameera.
Deeggarsichaan uffataalee fi…