Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buqqaatoota naannoo Waldiyaa jiraaniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Buqqaatoota naannoo Waaldiyaatti argamanii deeggarsii akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 30.7 baasuu taasifameera.
Deeggarsichaan uffataalee fi…
Phaaphaas Abuna Eermiyaasiif konkolaataan laatame
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Phaaphaasii kutaa lallabaa Kaabaa fi Kibbaa Walloo akkasumas bulchinsa Saba Oromoo fi Miseensa Qulqulluu Sinoodoosii Abuna Eermiyaasiif…
Godina Wallagga Bahaatti miseensoonni ABO Shanee 300 ol harka laatan
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa aanaalee Saasiggaa fi Diggaatti waamicha Abbootiin Gadaatiin taasifameen, miseensoonni ABO Shanee dhibba 3 fi 12 harka laachuu…
Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Utaa Waayyuu Birrii miiliyoona 3 mootummaaf gumaachuu ibse
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Utaa Waayyuu Birrii miiliyoona 3 mootummaaf gumaachuu ibseera.
Galiin kuni gibiraa fi nagaheewwan garagaraa Yuuniyeenichi…
Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Haayiq tajaajilaa idileetti deebi’uuf qophii taasisaa jira
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Sababa Gareen Shororkeessaa ABUT waraanaa baneen Onkololeessaa 8 hanga Muddee 11, 2014 tajaajila adda kutaa kan ture Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Haayiq…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Oomisha baala shaayii dabaluun al ergiif qopheessaa jira – Obbo…
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa Oomisha baala shaayii dabaluun al ergiif qopheessaa jiraachuu,Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa…
Feestivaalli Diyaaspooraa gara biyyaa paarkii Afrikaa har’a eebbifametti ifaan eegalame
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Feestivaalli Diyaaspooraa gara biyyaa paarkii Afrikaa har'a eebbifametti ifaan eegalameera.
Suphaan Paarkoota Afrikaa Ityoophiyaa fi Finfinnee…
Paarkiin Afrikaa eebbifame
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Paarkiin Afrikaa eebbifameera.
Suphaan Paarkoota Afrikaa Ityoophiyaa fi Finfinnee xumuramuun tajaajila laachuu eegalaniiru.…
Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa hin fudhanne Amajjii 24…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2013 hin fudhanne Amajjii 24 - 27, 2014 kan fudhatan ta'uuTajaajilli Madaallii…
Korichi Godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti jiraattota magaalaa Hasaasaa waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Gaaffileen misoomaa hawaasaa bubbulaniif fala hin argatin hatattamaan deebii itti kennuuf hojjachuun barbaachisaa ta'uu Caffee Oromiyaatti Koreen Dhaabbii…