Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaa Fayyaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Haramayaatti Koollejjiin Saayinsii Fayyaa barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsiisaa ture 411 eebbisiise.
Eebbifamtoota keessaa 72…
MM Abiy Ahimad ergaa baga bara haaraa 2022 geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii bara haaraa Faranjootaa 2022 dabarsaniiru.
Michuuwwan Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni…
Murtoon mootummaa rakkicha waraanaan ala furuuf dhimmicha guutumaan guutuutti dirreee ABUT irratti…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Tigraay hin seenu jechuun murteessuun isaa rakkicha waraanaan ala furuuf dhimmichi mootummaarraa guutumaan guutuutti dirreee ABUT…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa Karoora Mana Murtii waliigalaa naannichaa sagalee guutuun mirkaneesse
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa'ii 1ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun karoora Mana Murtii Waliigalaa naannichaa sagalee guutuun…
Gareen shororkeessaa ABUT ajjeechaa jumlaa raawwachuu yaa’iin mirga namoomaa Ityoophiyaa beeksiise
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaaritti ajjeechaa jumlaa sukaneessaa raawwachuu Yaa’iin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Magaalichatti Doolaarri kumni dhibbi 2 fi kumni 50 ol seeraan ala socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Doolaarri kumni dhibbi 2 fi kumni 50 ol seeraan ala socho'aa ture to'atamuu humni waloo nageenyaa Federaalaa beeksiise.
Dhimmichaa…
Lammiilee alaarratti xiyyeeffachuun namoota yakka saamichaan shakkaman irratti qorannoo gaggeeffamaa…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) - Lammiilee alaarratti xiyyeeffachuun namoota gareen gurmaa’anii yakka saamichaa raawwachuun shakkaman irratti qorannoo gaggeessaa jiraachuu poolisiin…
Mariin biyyaalessaa uummattoota gidduutti waliigaltee biyyaalessaa uumuuf malee shororkeessitoota…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Mariin biyyaalessaa uummattoota gidduutti waliigaltee biyyaalessaa uumuuf malee shororkeessitoota waliin marii’achuuf akka hin taane Ministir Deetaan…
Magaalota Duukamii fi Galaanitti kenniinsi tajaajila lafaa fi lafaan walqabatu fooyya’uu akka qabu…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Godina Addaa Naannawaa Finfinnee magaalota Duukamii fi Galaanitti kenniinsi tajaajila lafaa fi lafaan walqabatu fooyya’uu akka qabu abbootiin dhimmaa…
Yuunvarsiitiin Walloo baatiiwwan 3 booda gara hojii idilee baruu fi barsiisuutti deebi’uuf ta’uu…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Walloo baatiiwwan 3 booda gara hojii idilee baruu fi barsiisuutti deebi’uuf ta’uu bulchiinsi Yuunvarsiitichaa beeksise.
Garee…