Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Walloo baatiiwwan 3 booda gara hojii idilee baruu fi barsiisuutti deebi’uuf ta’uu…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Walloo baatiiwwan 3 booda gara hojii idilee baruu fi barsiisuutti deebi’uuf ta’uu bulchiinsi Yuunvarsiitichaa beeksise.
Garee…
Magaalichatti sagantaa seeftineetii magaalaan lammiilee kuma 109 ol fayyadamoo taasisuu eegaluufi
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Magaalichatti sagantaa seeftineetii magaalaan lammiilee kuma 109 ol fayyadamoo taasisuu fi sagantaan wabii nyaataa boqonnaa 2ffaan Wiixata dhufuu ifatti…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Barbaraatti eegaluufi
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Guraandhala 8, 2014 irraa eegalee balallii gara Soomaaliiland magaalaa Barbaraatti taasisu jalqabuuf akka jiru beeksise.…
Koreen Dhaabbichaa jiraattoota Aanaa Gammachiisii fi Magaalaa Ciroo waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimmoota Bulchiinsaa fi Seeraa Caffee Oromiyaa Godina Harargee Lixaa Aanaa Gammachiisii fi Magaalaa Cirootti, kutaalee hawaasa waliin…
Koreen Dhaabbichaa jiraattoota Aanaa Gammachiisii fi Magaalaa Ciroo waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimmoota Bulchiinsaa fi Seeraa Caffee Oromiyaa Godina Harargee Lixaa Aanaa Gammachiisii fi Magaalaa Cirootti, kutaalee hawaasa…
Magaalonni Garagaraa, Fillaaqiit fi Aqaat humna elektirikaa addaan cite ture argatan
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Magaalonni Walloo Kaabaa kanneen akka Garagaraa, Fillaaqiit fi Aqaat humna elektirikaa sababa gochaa garee shororkeessaa ABUTiin addaan cite ture argachuu…
Koreen Dhaabbichaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojiilee Misoomaa fi proojeektootaa daawwaate
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojiile Misooma fi proojaaktoota hojjatamaa jiranii…
Naannoo Oromiyaatti simannaa diyaaspoorootaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa waamicha akka biyyatti lammiilee Ityoophiyaa biyyaa alaa jiraataan gara biyya isaanii akka dhufaniif taasifame sababeeffachuun…
Manni Kitaaba Abrihoot boruu ni eebbifama
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti kan ijaarramee Manni Kitaaba Abrihoot boruu ni eebbifama.
Magaalaa Finfinnee Kiiloo 4tti bifa ammayya’aan kan ijaarramee manni…
Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa fi qophaa’iin aanaa Raayyaa Qobboo keessatti awwaalchi jumlaa fi…
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Naannoo Aamaaraa aanaa Raayyaa Qobboo Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’iinaa Roobiit keessatti awwaalchi jumlaa fi qeenxeen 19 argamuu…