Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Iluu Abbaa Booraatti duuli misooma sululaa guyyoota 60’f turu eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) - Godina Iluu Abbaa Booraatti duulli misooma sululaa guyoota 60f turu Aanaalee godinichaa hunda keessatti gaggeefamu sadarkaa godinaatti Aanaa Yaayyootti…
Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Bulchiinsi Biluu Naayiil misooma daangaa waloorratti mari’ataaa…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) - Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Bulchiinsi Biluu Naayiil misooma daangaa waloorratti magaalaa Asoosaatti mari’ataaa jiru.
Jilli…
Oromiyaatti bara kana miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa miiliyoona 5 ol horachuuf hajjatamaa…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Oromiyaatti bara kana miseensa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa abbaa warraa miiliyoona 5 fi kuma dhibba 2 ol horachuuf hajjatamaa jiraachuu Biiroon Eegumsa…
Giddugalli diyaaspooraan odeeffannoo garaagaraa irraa argatu gara hojiitti gale
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Giddugalli diyaaspooraan odeeffannoo garaagaraa irraa argatu gara hojiitti galuu ibsame.
Sirna hojiitti galchuu giddugalichaarratti kantiibaa magaalaa…
Yeroo kanatti wanti dursa laannuuf dhimma biyyaarratti waliin dhaabachuudha- Paartii SDBUG
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Dhimmoota keessoo biyyaarratti dhimmoonni nuti irratti walii hin galle jiraatus yeroo kanatti wanti dursa laannuuf dhimma biyyaarratti waliin dhaabachuudha…
Qaama imala gara biyyaa kan ta’e affeerraan irbaataa masaraa mootummaatti qophaa’e
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Qaama Imala gara biyyaa kan ta’e affeerraan irbaataa masaraa mootummaatti qophaa’uu ibsame.
waldaaleen diyaaspooraa afur imbaasii Ityoophiyaa…
Dippiloomaasiin diinagdee fi siyaasaa raawwii abdii qabu agarsiisuu ibsame
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Dippiloomaasiin diinagdee fi siyaasaa raawwii abdii qabu agarsiiseera jechuun Ministirri Misteera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Araggaan himaniiru.…
Daandiin Qilleensicha diyaaspooraa gara biyyaa dhufaniif simannaa adda taasisaafi jiraachuu ibse
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa miseensoota Diyaaspooraa waamichi taasifameef fudhachuun gara biyyaa dhufaniif simannaa adda taasisaafi jiraachuu hime.…
Walitti bu’iinsi kutaa Kaabaa Ityoophiyaa akka dhaabbatuuf Ameerikaan ABUT deeggaruu keessaa ba’uu…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Walitti bu’iinsi kutaa Kaabaa Ityoophiyaa akka dhaabbatuuf Ameerikaan ABUT deeggaruu keessaa ba’uu qabdi jechuun Broonwaayiin Biruutaanii fi Proofeesaar Aan…
Ayyaanni Waggaa qulqulluu Gabreelii Qullubbii fi Hawaasaatti haala ho’aan kabajame
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ayyaanni Waggaa qulqulluu Gabreelii Qullubbii Gabreelii fi Hawaasaa haala ho’aan kabajame ooleera.
Ayyaanicharratti Ityoophiyaanonni, dhalattoonni…