Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sudaaniitti hoggantoonni olaanoon bulchiinsa Biluunaayiil magaalaa Asoosaa galan
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Sudaaniitti hoggantoonni olaanoon bulchiinsa Biluunaayiil naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa galaniiru.
Hoggantoonni olaanoo bulchiinisichaa…
Diyaaspooraawwan gara biyyaa wayita dhufan misooma hojii uumuu akka deeggaran waamichi dhiyaate
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)-Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan wayita gara biyyaa dhufan misooma hojii uumuu akka deeggaran Ministeerri Hojii fi…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa taarifa fee’insa deeggarsaa % 20’n hir’ise
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa taarifa fee’insa deeggarsaa %20'n hir’isuu beeksiseera.
Giruuppiin daandii qilleensicha ga’umsoota balallii taasisuu gara…
Dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 67…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee gochaa garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Turkiitti Waldaan tokkummaa fi tumsa Ityoophiyaanoota lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Doolaraa kuma…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Turkiitti Waldaan tokkummaa fi tumsa Ityoophiyaanoota lammiilee buqqa’anii fi deebisanii dhaabuuf kan ooluu deeggarsa Doolaraa Ameerikaa kuma 28 taasiseera.…
Miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko waa’ee Ityoophiyaa gabaasa madaalawaa hin taanee gabaasu-…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko waa’ee Ityoophiyaa gabaasa madaalawaa hin taanee gabaasu jette gaazexeessituun xaaliyaanii Fraancheeskaa Roochiin.…
Ejansichi nageenya odeeffannoorratti Oomisha Gabaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ejansiin Nageenyaa Odeeffannoo sirna gabaa ammayyaa’aa diriirisuuf kan deeggaran damee Infoormeeshinii Teeknooloojii fi Nageenya odeeffannoorratti Oomisha…
Diyaaspoorota waamicha biyyaa fudhatanii gara Ityoophiyaa galaniif tajaajilli saffisaan kennamaa…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Koomishiniin Gumrukaa, imaltootaa waamicha biyyattin taasiste fudhatanii gara biyyaa galaniif tajaajila gumrukaa itti kennamu bakka adda qopheessuun…
Ityoophiyaanonni hundi gootummaa garee weeraraa qolachuuf argisiisan hojii deebisanii ijaaruutiin…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonni hundi gootummaa garee weeraraa qolachuuf argisiisan hojii deebisanii ijaaruutiin akka irra deebi’an amantaan guutuu kan qaban ta’uu…
Maraatoon Mootars buufata Elektirikaa konkolaattoota chaarjii taasisuu eebbisiise
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Maraatoon Mootars buufata Elektirikaa konkolaattoota chaarjii taasisuu fi konkolaattoota elektirikiin hojjetaan 20 guyyaa har’aa eebbisiiseera.…