Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy boqachuu Phaaphaasii fi qabsaa’aa farra Apaartaayidii Deezmoond Tuuttuuf gaddi itti…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqachuu Phaaphaasii fi qabsaa'aa farra Apaartaayidii Deezmoond Tuuttuuf gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.…
Godina Jimmaa magaalaa Gaattiraatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu namoota…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Godina Jimmaa magaalaa Gaattiraatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota hedduurra miidhaan qaamaa ga'uu ibsameera.
Balaa…
Aanaa Mi’eessooti miseensota Shanee 18 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessooti miseensota shanee 18 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenya Godinichaa beeksiise.…
Bulchiinsi Mootummaa naannoo Beenishaanguul Gumuz Birrii miiliyoona 7 naannoo Afaariif deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Mootummaa naannoo Beenishaanguul Gumuz Birrii miiliyoona 7 naannoo Afaariif akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiise.
Birrii miiliyoona 5…
Aanaa Mi’eessooti miseensota Shanee 18 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessooti miseensota shanee 18 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenya Godinichaa beeksiise.…
Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 13…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Galiiwwanii magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Afaarii fi Amaaratti sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Raashiyaan Ityoophiyaatti hojii deebisanii ijaaruu kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Raashiyaan Ityoophiyaatti sababa waraanaan miidhaa qaqqabe hojii deebisanii ijaaruu kan deeggartu ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evgeenii…
Yuunvarsiitii Jimmaatti dargaggoota tajaajila tola ooltoota biyyaalessaa kuma 1 fi 700 oliif…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Inistiityuutii Teeknooloojii Yuunvarsiitii Jimmaatti dargaggoota tajaajila tola ooltoota biyyaalessaa kuma 1 fi 7 00 oliif leenjiin marsaa 3ffaa laatamuu…
Garee ABUTtiin barbadaa’ee kan ture FM Faanaa Dassee tamsaasa eegale
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUTtiin barbadaa'ee kan ture FM Faanaa Dassee tamsaasa eegaleera.
Dhaabbatichi guutuumaa guutuutti barbaadaa'ee kan ture yoo ta'u,…
Miseensonni Diyaaspooraa sodaa malee akka socho’an qophii ga’aan taasiifame –…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Miseensonni Diyaaspooraa magaalicha keessaa sodaa malee akka socho'an qophii ga'aan taasiifamuu Komishiniin Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…