Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerarri vaayrasii koroonaa haala yaaddessaa ta’een faca’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Weerarri vaayrasii koroonaa haala yaaddessaa ta'een faca'aa waan jiruuf of eeggannoon taasiifamuu akka qabu ibsame.
Ministeerri Fayyaa ittisaa fi…
Hospitaalli jalqabaa magaalaa Wagalxeenaatti argamu guutumaan guutuutti garee shororkeessaa ABUTiin…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Hospitaalli jalqabaa aanaa Dalaantaa magaalaa Wagalxeenaatti argamu guutumaan guutuutti garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’uu ibsame.
Hospitaalichi…
Manni Maree godina addaa saba Oromoo hoggantoota gareewwan shororkeessitoota deeggaran hoggansarraa…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Naannoo Amaaraatti Manni Maree godina addaa saba Oromoo hoggantoota gareewwan shororkeessitootaa ABUT fi Shanee deeggaran hoggansarraa kaaseera.
Manni…
Instiitiyuutichi dhaabbilee odeeffannoo Ji’oospaashaalii barbaadaniif waliin ga’aa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Dhaabbilee odeeffannoo Ji’oospaashaalii barbaadaniif waliin ga’aa jira Instiitiyuutiin odeeffannoo Ji’oospaashaalii Ityoophiyaa beeksise.…
Magaalaa Daseetti dhaabbileen giddugala gabaa Sayid Yaasin keessatti argaman 113 garee shororkeessaa…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Daseetti dhaabbileen giddugala gabaa Sayid Yaasin keessatti argaman 113 garee shororkeessaa ABUTiin saamamuu ibsame.
Gareen shororkeessaa kun…
Godina Jimmaatti guyyaa tokkotti gaagurri ammayyaa kuma 3 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Godina Jimmaatti guyyaa tokkotti gaagurri dammaa ammayyaa kuma 3 qonnaan bultootaaf raabsame.
Ittaanaan hogganaa biiroo qonnaa fi qabeenya uumama…
Oomishnii fi oomishtummaan qonnaa raawwii gaarii argamsiisaa jira- Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Oomishnii fi oomishtummaan qonnaa raawwii gaarii argamsiisaa jiraachuu Minitirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa ibsan.…
Barattoonni Yuunvarsiitii Haramayaa Haroo Haramayaa qulqulleessan
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Barattoonni Yuunvarsiitii Haramayaa Haroo Haramayaa Balfa garaagaraan faalamee jiru qulqulleessan.
Haroon haramayaa baroota dheeraaf badee kan turee fi…
Waltajjiin marii uummataa marsaa 2ffaan Wixinee labsii hundeeffama komishinii marii biyyaalessaa…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Waltajjiin marii uummataa marsaa 2ffaan Wixinee labsii hundeeffama komishinii marii biyyaalessaa irratti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Galteewwan…
Bakkeewwan garee shororkeessaa ABUTiin qabamanii turan haala boonsaa ta’een gadhiisisuun…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Bakkeewwan garee shororkeessaa ABUTiin qabamanii turan bilisa ba’uu hordofee lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an gara qe’ee isaaniitti…