Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaa Aanaa Gomooleetti hojiin misoosoma Sululaa eegale
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Gomooleetti Hojiin Misoosoma Sululaa eegalameera.
Sababa jijjirama qilleensaan roobni yeroo isaa eegee roobuu dhabuun naannoo…
Miseensonni mana maree Gambeellaa cimina sabdaneessummaaf hojjechuu qabu- Af Yaa’ii mana marichaa
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Miseensonni mana maree naannoo Gambeellaa cimina sabdaneessummaaf hojjechuu akka qaban Af Yaa’iin mana maree naannoo Gambeellaa aadde Baanchaayyoo Dingataa…
Preezdaant Saahilawarq marii imala barnootaa gara fuuldurratti xiyyeeffate idil addunyaa…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Komishinii Barnootaa idil addunyaa dura taa’aan hogganaan bakka bu’uun marii imala barnootaa gara fuuldurarratti…
Hojjattoonni Ministeerichaa Oomisha qonnaan bultoota adda waraanaa jiranii walitti qaban
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) –Hojjattoonni Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi itti waamamtoonni isaa oomisha maatii qonnaan bultoota adda waraanaa duulaanii walitti qaban.…
Sagantaaleen garaagaraa Ityoophiyaanonni alaa galan dammaqinaan irratti hirmaatan qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Sagantaaleen garaagaraa Ityoophiyaanonni alaa galan dammaqinaan irratti hirmaatan qophaa’uu ibsameera.
Waamicha Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Hojjattoonni Ministeerichaa Oomisha qonnaan bultoota adda waraanaa jiranii walitti qaban
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) –Hojjattoonni Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi itti waamamtoonni isaa oomisha maatii qonnaan bultoota adda waraanaa duulaanii walitti qaban.…
Injifannoon Gonfanne Akeeka Diinota Biyya Keessaa fi Alaa Maseense – Mana Maree Waloo Paartilee…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Injifannoon Gaggeessummaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Gamtaa Humna Nageenyaan argame akeeka Diinota Biyya Keessaa fi Alaa kan Maseense ta’uu…
Uummanni lubbuusaa biyyasaaf kenne qabeenya barbadaa’an deebisee dhaabuu hin dadhabu- hoggantoota…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Uummanni lubbuusaa biyyasaaf kennee garee shororkeessitootaa qolate qabeenya barbadaa’an deebisee dhaabuu hin dadhabu jedhan hoggantoonni olaanoo naannolee…
Abbootiin qabeenya deeggarsa taasisuurra darbee filannoowwan invastimantiirratti bobba’uu…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa deeggarsa taasisuurra darbee filannoowwan invastimantiirratti bobba’uu qabu jechuun Preezdaantiin Naannoo Affaar obbo Awwal Arbaan…
Chaayinaan Ityoophiyaaf hanga ammaatti talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 5 laatte
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Chaayinaan Ityoophiyaaf hanga ammaatti talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 5 laateetti.
Ityoophiyaatti Imbaasiin Chaayinaa ibsa Faanaa Broodkaasting…