Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dasseerratti miidhaa qaqqabee deebisanii dhaabuuf biiroon yeroo baname
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Indaastiriiwwan Kombolchaa fi Dasseerratti miidhaa qaqqabee deebisanii dhaabuuf biiroon yeroo banameera.
Gareen shororkeessaa ABUT miidhaa…
Sabbataatti proojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 800 oliin hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Invastimantiifi Indaastirii Oromiyaa Dooktar Tashoomaan Addunyaatin durfamu hojiiwwan misoomaa fi kenninsa tajaajila hawasaa magaalaa…
Yakkoota garee shororkeessaa ABUT raawwatamaan qorachuu eegalu Ministeerri Haqaa beeksise
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)-Kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti baatii Waxabajjii bara 2013 irraa eegale yakkoota gareen shororkeessaa ABUT raawwatamuu qorachuu eegaluu Ministeerri Haqaa…
Shawaa Kaabaatti lafa hektaara kuma 14 ol qamadii jallasiin misoomsuuf facaasaan eegalame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti lafa hektaara kuma 14 ol qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalamuu ibsameera.
Bara kana akka godinichatti hektaara…
Yuunvarsiitiin Goondar deeggarsa qaamolee nageenyaaf taasisuu cimee itti fufuu ibse
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Goondar deeggarsa qaamolee nageenyaaf taasisuu cimee itti fufuu ibseera.
Yuunvarsiitiichi meeshaalee nyaataa Birrii kuma dhibba 9 fi kuma…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa damee loojastiksiin Afrikaarraa Badhaasa jalqabaa argate
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaan damee loojastiksiin Afrikaarraa badhaasa isa jalqabaa kan ta’e Waldaa Geejjibaa Qilleensaa Idil addunyaarraa argate.…
Waldaan Abbootii Qabeenya Hoteelota Magaalaa Bishooftuu Diyaaspooraa gara biyyaa dhufan simachuuf…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)-Waldaan Abbootii Qabeenya Hoteelota Magaalaa Bishooftuu Diyaaspooraa gara biyyaa dhufan simachuuf qophii ta'uu ibsaniiru.
Waamicha Muummichi Ministeeraa …
Ministeerri Galiiwwanii deeggarsa biyya baraaruuf taasifamu keessatti raawwii milkaa’ina qabu…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii deeggarsa biyya baraaruuf taasifamu keessatti hojii isarraa eegamu haalaan ba’achuun raawwii milkaa’ina qabu galmeessisuu ibseera.…
Deeggarsi uummanni taasisaa jiru dirqamaa fi ergama nutti kenname gootummaan akka ba’annuuf…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Deeggarsi uummanni Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisaa jiru dirqamaa fi ergama nutti kenname gootummaan akka ba’annuuf kaka’umsa kan uumedha jedhan ajajaa…
Proojektiin Buufataa fi Tarminaala Dirree Dawaa Birrii biiliyoona 2 ijaarramaa jiru % 95n xumurame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Ijaarsi Proojektiin Buufataa fi Tarminaala Dirree Dawaa % 95 xumuramuu Dhaabbanni Geejjibaa Galaanaa fi Loojastiksii beeksiise.
Proojektichi…