Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 46ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse.
1. Manni marichaa jalqabarratti kan mari’ate…
Finfinneetti hoteelonni 11 sadarkaa abbaa urjii 5 argatan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Ministeerri Tuuriizimii Magaalaa Finfinneetti hojii hoteelota sadarkeessuu gaggeesseen hoteelonni 40 sadarkaa urjii argataniiru.
Hoteelota 40 sadarkaa…
Lammiileen Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Hanga ammaatti lammiileen Itiyoophiyaa Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’aniiru jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Dubbi…
Magaalaa ammayyaa diinagdee bu’uura godhachuun hundaa’aa jiru Magaalaa Gadaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Ijaarsi Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa boqonnaan jalqabaa yeroo ammaa karaa guutuu ta’een eegalameera.
Zooniin Diinagdaa Addaa Gadaa magaalaa…
Waajjirri Giiftii Duree deeggarsa wiilcharii taasise
Finfinnee, Caamsaa 20 , 2017 (FMC)- Waajjirri Giiftii Duree magaalaa Finfinneetti kutaalee hawaasaa rakkoof saaxilmaniif deeggarsa wiilcharii 46 taasise.
Waajjirichi daa’imannii fi…
Godinichatti dhaabbiin Biqiltuu baala shaayii eegale
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti dhaabbiin biqiltuu baala Shaayii eegaleera.
Godinichatti biqiltuun baala shaayii miiliyoonni 40 ol dhaabbiif qophaa’e jedhe…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Phaaphaasota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Phaaphaasota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ataniiru.
Obbo Tamasgeen Xurunaan,…
Dooktar Abiy Ahimad Inistiitiyuutii Ispees Saayinsiifi Ji’oospaashaalii Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har'aa Inistiitiyuutii Ispees Saayinsiifi Ji'oospaashaalii Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Yuuniivarsiitichi qorannoo irratti hundaa’uun rakkoolee hawaasichaa furaa jira
Finfinnee,Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Yuuniivarsiitiin Haromaayyaa rakkolee hawaasumaa fi dinagdee hawaasaa furuuf qorannoo fi qo’annoon geggeessuun hojii hojjechaa tureen bu’aalee…
Sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Teewoodiroos Mihirat sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha…