Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaa fi Kominikeeshiniin beekumsaa fi hubannoon hogganamuu qaba- Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hoggansi hojii Miidiyaa fi Kominikeeshinii beekumsaa fi hubannoon masakamee bifa tarsiima’aa ta’een hogganuu qaba jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira- Ambaasaaddar Girmaa Birruu
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira jedhan Gorsaan Diinagdee Gooroo Ministira Muummeefi Walitti qabaan Kaawunsilii Biyyaalessaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'ataniiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Misooma Tuurizimii Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo argate…
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) - Mootummaan Naannoon Oromiyaa bakkeewwan hawwataa fi qabeenya dilbii tuurizimii naannichi qabu beeksisaafi misoomsaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii…
Biilaaluul Habashii: Godambaa imala islaamummaa Itiyoophiyaa ka’umsarraa hanga ammaatti gurmeesse
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan guyyaa har’aa naannawaa Makkanniisaatti kan argamu Biilaaluul Habashii daawwataniiru.
Obbo…
Pilaatfoormiiwwan seenessa waloo ijaaruuf dandeessisan bocamanii gara hojiitti galaniiru- Ministeera…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Pilaatfoormiiwwan seenessoota qeenxee dhabamsiisuun seenessa waloo ijaaruuf dandeessisu bocamuun gara hojiitti galaniiru jedhe Ministeerri Nageenyaa.…
Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota biroon dorgomuufii osoo…
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota biroon dorgomuuf osoo hin taane birmadummaa ishee mirkaneessuufi jedhan Mana…
Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf tumsa hundaleessaa cimsanii itti fufsiisuuf murannoo qaban…
Balaa Tiraafikaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraatti mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraa iddoo addaa Riqicha Qarsaa jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota namoota 9 darbe.…
Itiyoophiyaan Godaantoota keessummeessuun dirqama idil addunyaa bahataa jirti- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan godaantoota simattee keessummeessuun tajaajila hawaasummaa akka argatan taasisuun dirqama idil addunyaa bahataa jirti jedhan Ministirri Muummee…