Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabeenya bishaannii keenya qusannaa fi haqaan fayyadamuu qabna – Dooktar Injiinar Habtaamuu…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) -
Qabeenya bishaanii keenya qusannaa fi karaa haqa qabeessaan itti fayyadamuu qabna jedhan Ministirri Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu…
“Yaa’i kanaan seerri cimaan aadaa keenya ganamaatti nu deebisu ni lallabama.”…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Yaa'ii Sikkoo Mandoo eegalameen seerri cimaan aadaa keenya ganamaatti nu deebisu ni lallabama jedhan Abbaan Gadaa Sikkoo Mandoo Aliyyii Mohammad Suruur.…
Yaa’iin Gadaa Siikkoo Mandoo hara Laangaanoo irratti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) – Yaa'iin Gadaa Siikkoo Mandoo Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii hara Laangaanoo irratti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa'iin kun guyyaa har’aa bakka…
Tajaajila lammummaa gannaan lammiilee miiliyoona 5’f tajaajilli qorannoo fayyaa bilisaa ni…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) – Damee fayyaan tajaajila lammummaa gannaan lammiilee miiliyoona 5’f tajaajila qorannoo fayyaa kennuuf karoorfameera.
Tajaajilli tola ooltummaa damee…
Manni Maree Magaalichaa Baajata Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) – Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 50 raggaasise.
Manni marichaa yaa’iisaa guyyaa…
Waajjirri Ministira Muummee tajaajila tola ooltummaa gannaa eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) – Waajjirri Ministira Muummee dhaabbilee waamamtoo waliin ta’uun tajaajila tola ooltummaa gannaa eegalchiise.
Sagantaan eegalchiisa tajaajila tola…
Oromoon Sikkoo Mandoo hara Laangannoo irratti wal arguuf imala eegale
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Oromoon Sikkoo Mandoo hara Laangannoo irratti wal arguuf imala eegaleera.
Waggaa saddeetitti yeroo tokko kan geggeeffamu Yaa'iin Gadaa Sikkoo Mandoo…
Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC)- Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture guyyaa har’aa Magaalaa Bishooftuutti eebbisiisaa jira.…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinnee waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen miseensota Mana Maree bulchiinsa magaalichaa waliin gaara Inxooxxoorratti biqiltuu…
Filannoon dhufu aadaa tumsaa fi morkiin akka dagaagu xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) –Filannoon dhufu aadaa tumsaa fi morkiin akka dagaagu xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha jedhan Waajjira Paartii Badhaadhinaatti Itti Gaafatamaan…