Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Refoormiin Dinagdee gooroo hunda galeessa ta’e bu’aa qabatamaa fideera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 7, 2018 (FMC) – Bu’aan refoormiin dinagdee gooroo guddina fi oomishtummaa Itoopiyaatiif fidu lafatti kan hin dubbatamne fi jijjiirama bu’uuraa kan fide dha jedhan…
Lammiileen miiliyoonni 2. 6 ol eeyyama Daldalaa qabu- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 7, 2018 (MC) - Itiyoophiyaatti lammiileen miiliyoonni 2.6 eeyyama daldalaa damee garaagaraan fudhatanii hojjetaa jiru jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.…
Fedhiin Keenya Itiyoophiyaa Giddu-gala Manufaakchiriingii taasisuudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 7, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fedhiin mootummaa Itiyoophiyaa giddu-gala manufaakchiriingii taasisuu dha jedhan.
Dooktar Abiy turtii EBC waliin…
Kooridariin Jibuutii hidda dhiigaa Itiyoophiyaa waan ta’eef baaburaa fi daandii saffiisaan…
Finfinnee, Ebla 7, 2018 (FMC) - Kooridariin Jibuutii hidda dhiigaa Itiyoophiyaa waan ta’eef baaburaa fi daandii saffiisaan walqunnamsiisuun dhimma murteessadha jedhan Ministirri Muummee RDFI…
Paarkiiwwan indaastirii baay’inarra qulqullinaa isaanii eeggatanii akka ijaaraman taasifaman-…
Finfinnee, Ebla 7, 2018 (FMC) – Paarkiiwwan Indaastirii baayi’narra qulqullina isaanii eeggatanii akka ijaaraman taasifamaniiru jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Fooyyessiin diinagdee mandhalee ajandaalee misoomaa Itiyoophiyaa waliin kan walsimanidha- Dooktar…
Finfinnee, Ebla 7, 2018( FMC)- Fooyyessiin diinagdee mandhalee ajandaalee misoomaa Itiyoophiyaa waliin kan walsimanidha jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob…
Mootummaan jijjiiramaa qabsoo uummata keenyaa cimsuuf hojjechaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Ebla 7, 2018( FMC)- Mootummaan jijjiiramaa qabsoo uummata keenyaa cimsuuf hojjechaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Gamaaggamni…
Mootummaan jijjiiramaa qabsoo uummata keenyaa cimsuuf hojjechaa jira- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Ebla 7, 2018( FMC)- Mootummaan jijjiiramaa qabsoo uummata keenyaa cimsuuf hojjechaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
…
Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi Mootummaa kurmaana 3ffaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Ebla 7, 2018(FMC) –Gamaaggamni raawwii hojii mootummaafi paartii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa kan bara 2018 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamuu eegaleera.…