Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Afrikaa sagantaalee tumsaa fi walitti makamaa cimsuu qabu – Mahimmud Alii Yusuuf
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Dura taa'aan Komiishinii Gamtaa Afrikaa Maahimmud Alii Yusuuf, hoggantoonni biyyoota Afrikaa sagantaalee tumsaa fi walitti makamaa cimsuu qabu jedhan.…
Hanga ammaatti oomishni qonna gannaa kuntaalli miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 14 sassaabame –…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan, gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahan darbanii dhiyeessaa jiru.
Bara oomishaa…
Qabeenya ummataa haala adda addaan qisaasa’e Birrii biiliyoona 8.6 deebisiisuun…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan, gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahan darbanii dhiyeessaniiru.
Galmee dhimma…
Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa Afrikaa caalmaatti cimsuuf murannoon hojjechaa jirti –…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa Afrikaa caalmaatti cimsuuf murannoon hojjechaa jirti jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Qabeenya bishaanii keenya ittigaafatamummaa fi sirnaan fayyadamuu barbaachisa – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad qabeenya bishaanii keenya itti gaafatamummaa fi sirnaan fayyadamuu barbaachisa jedhan.
Yaa'iin hoggantootaa…
Piroojektoonni Invastimantii kumni 8 fi 579 Kaappitaala Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 58…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Baatiiwwan jahan darban keessa piroojektoonni invastimantii kumni 11 fi 615 simatamaniiru jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Tarkaanfii qindaa’aa fudhatameen shira diina keessaa fi alaa maseensuun danda’ame…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Yaa'ii Idileen 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan gaggeeffamaa jira.
Yaa'ichaaf gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahan darbanii kan…
Dooktar Abiy Ahimad pirezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluuh waliin mari’atan
Finfinnee Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad pirezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluuh waliin mari'atan mari’ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad pirezidaantii Moozaambiik Daani’eel Chaappoo waliin…
Finfinnee Guraandhala 7, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad pirezidaantii Moozaambiik Daani'eel Chaappoo waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Finfinnee Guraandhala 7, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guteereez waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa fuula…