Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuuf qophaa’aa jirti
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti waggaa waggaan bosonni lafa hektaara kuma 90 – 100 irraa ciramaa ture.
Kunis balaawwan garaagaraaf sababa ta’uun rakkoolee adda addaa…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 12ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 12ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan gabaasa raawwii karooraa bara baajataa…
Ajandaalee waliigaltee biyyaalessaa uumuu danda’anirratti daangaa malee mari’achaa jirra…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Ajandaalee waliigaltee biyyaalessaa uumuu danda’anirratti daangaa malee mari’achaa jirra jedhan hirmaattoonni Yaa’ii Maree Biyyaalessaa.
Yaa’iin…
Magaalaa Hawaasaatti rooba cimaa roobaa jiru hordofee hawaasni ofeeggannoo akka taasisu dhaamame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Magaalaa Hawaasaafi naannawaasheetti rooba cimaa cabbiifi bubbee makatee roobaa jiru hordofee hawaasni ofeeggannoo akka taasisu Bulchiinsi magaalattii…
Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaa sagantaa beekamtii idil-addunyaa argate
Jabana jijjiiramni qabeenya qilleensaa, gammoojjummaa fi mancaatiin qabeenya uumamaa guutuu addunyaatti yaaddoo guddaa ta’anii jiranitti sagantaan ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaa sosochii…
Karaa seeraan alaan namoota daddabarsaa kan ture Adinaw Bashaa Wudaamoon to’atame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Interpoolii fi Poolisii Maalaawii waliin ta’uun shakkamaa karaa seeraan alaan namoota daddabarsuu keessatti hirmaachaa ture Adinaw…
Yunivarsiitichi nageenyaa fi faayidaa biyyaalessaa mirkaneessuuf wiirtuu ijaarsa dandeettii…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018 (FMC) — Yunivarsiitiin Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa, hojiiwwan nageenyaa fi faayidaa Itoophiyaa eeguuf hojjetaman keessatti wiirtuu ijaarsa dandeettii…
Af-yaa’iin Paarlaamaa Rippaabliika Azerbaajaan Dooktar Saahibaa Gaafaarovaan Yaadannoo…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018 (FMC) — Pirezidaantiin Paarlaamaa Rippabiliika Azerbaajaan Dooktar Saahibaa Gaafaarovaan, Yaadannoo Injifannoo Adwaa, kan mallattoo cichoominaa daawwataniiru.…
Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 49ffaan Xumurame
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 49ffaan xumurameera.
Miseensonni mana marichaa hojiiwwan tumsaa dhaabbilee garaagaraa waliin…
Dhaloota itti aanuu aadaa nagaa qaroomaa garaagarummaa mariidhaan hiikuu ni dhaalchifna
Marii Biyyaalessaan minjaala tokko marsanii mari'achuuf taa'uun injifannoo seena qabeessaa ummata Itiyoophiyaa fi bu'uura nagaa cimaa dha.
Adeemsi kun garaagarummaa karaa nagaatiin…