Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuuf qophiin barbaachisu taasifamuu akka qabu…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) — Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuudhaan seenaa haaraa galmeessuuf lammiileen Itiyoophiyaa hundi…
Pireezidaanti Taayyeen Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddaroota biyyoota sadii yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessaniiru.
Itiyoophiyaatti…
Qabeenya Afrikaa faayidaa waloof oolchuuf biyyoonni Afrikaa walta’iinsaan hojjechuu akka qaban…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Afrikaan qabeenya qabdu faayidaa waloof oolchuuf tumsaan hojjechuun murteessaa ta’uu Itiyoophiyaa ergaa dabarsite jedhan Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Itiyoophiyaan hariiroo Azaarbaajaan waliin qabdu cimsitee itti fufti – Af Yaa’ii Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Azaarbaajaan tumsa waloo dameewwan adda addaan qaban caalmaatti cimsanii itti fufu jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Ijipti Hidhicha ilaalchisee himannaa bu’uura hin qabne dhiyeessurra mariitu ishee fayyada – Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Ijipti Hidha Haaromsaa ilaalchisee himannaa bu’uura hin qabne dhiyeessurra akkaataa hammattoo waloon mari’achuutu ishee fayyada jedhan Ministirri…
Mariin rakkoolee walxaxaa fura
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Mariin rakkoolee walxaxaa furuun biyya cimsa jedhan jiraattonni Naannoo Amaaraa Magaaloota garaagaraa.
Seenaa Itiyoophiyaa keessatti Maree…
Dooktar Geediyoon gita isaanii Zimbaabuwee fi Beeniin waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos yaa'ii 49ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftotaa Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa…
Mariin Garee Tarsiima’aan Bor Jalqabama – Pirofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Adooleessa 21, 2018 (FMC) – Komiishinarri Olaanaan Komiishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Pirofeesar Masfin Ar’aayaa, mariin garee tarsiima'aan kan Gumii Marii Biyyaalessaa…
Duudhalee waloo Itiyoophiyaa cimsuun tokkummaa sabdaneessummaa waaraan ijaaraa jirra – Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Dameen Qunnamtii Uummataa fi Hariiroo Idil-addunyaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Roobeetti gamaaggama raawwii hojii bara 2018 fi karoora bara 2019…
Tajaajila Lammummaa namoota harka qalleeyyii gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ceesisaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Magaala Jimmaatti hojiin Tajaajila Lammummaa Gannaa eegalameera.
Sagantaa tajaajila lammummaan kanaan deeggarsi gosa adda addaa Birrii miliyoona 63…