Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa walitti fufiinsaan hojiirra oolchuun fakkeenya taateetti…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaa utuu walirraa hinkutin hojiirra oolchuun fakkeenya ta’uu ishee Yuuniivarsiitii Finfinneetti Tumsaan Pirofeeseraa…
Waltajjiin waljijjiirraa muuxannoo sirna nyaataa cimsu gaggeeffame – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Yaa’ii Biraazil-Afrikaa cinaatti waltajjii waljijjiirraa muuxannoo sirna nyaataa cimsu gaggeessuu Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan…
Warshaaleen simmintoo haaraan hojiitti galuun damee ijaarsaaf haala mijataa uumeera-Pireezidaanti…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Warshaaleen simmintoo haaraan gara hojiitti galuun damee ijaarsaaf haala mijataa uumuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Sagantaan Maaddii Guutuu oomishtummaa Dammaa dabaluurratti gumaacha olaanaa taasisaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti sagantaaleen oomishtummaa guddisuun wabii nyaataa mirkaneessan bal’inaan hojiirra oolaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xirunaan Yaa’ii Biraaziil – Afrikaarratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Ministira Muummee Itti Aanaa FDRI Tamasgeen Xirunaan durfamu Yaa’ii Biraaziil – Afrikaa 2ffaarratti hirmaachaa jira.
Pireezidaantii…
Oromiyaatti barattoonni onlaayiniin qoraman wiirtuulee garaagaraatti shaakalaa jiru
Finfinnee , Caamsaa 12, 2017 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti bara kana barattoonni qormaata biyyaalessaa Kutaa12ffaa onlaayiniin qoraman wiirtuulee garaagaraatti akkaataa itti fayyadama…
Itiyoophiyaan yaa’ii “ID4 Africa 2025” qopheessuu isheetti ni boonti- WMM
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii “ID4 Africa 2025” qopheessuu isheetti kan boontu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse.
Guyyaa har’aa bakka Ministirri Muummee…
Eenyummeessaan Diijitaalaa bu’uura misoomaa daran murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Ammaan booda Eenyummeessaan Diijitaalaa filannoo osoo hin taane tajaajilaan, hawaasummaan, dhaabbilee fi mootummaa namoota waliin qunnamsiisuuf bu’uura…
Oromiyaatti dammi meetirik toonii kumni 100 fi kumni 40 ol oomishame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti oomishni dammaa meetirik toonii kumni 100 fi kumni 42 argamuun ibsameera.
Erga inisheetiiviin misooma dammaa bocamee gara hojiitti…
Lammiilee miiliyoona 15’f eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaa” kenname
Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Lammiilee miiliyoona 15'f eenyummeessaan diijitaalaa “Faayidaa” kennamuu Sagantaan Waraqaa Eenyummeessaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ibse.
Yaa’iin waggaa…