Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroo dallaalaa seeraan alaa addaan kutuun qaala’iinsa jireenyaa hambisuuf ni hojjenna- Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Hariiroo dallaalaa seeraan alaa oomishtootaa fi shamattoota gidduu jiru addaan kutuun qaala’iinsa jireenyaa hambisuuf kan hojjetan ta’uu kantiibaan…
Muummeen Ministiraa Kooriyaa Kaabaa gita isaanii MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Kooriyaa Kaabaa gita isaanii Muummee Ministira Ityoophiyaa Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsaniiru.
Ityoophiyaatti…
Harargee Bahaatti meeshaaleen Kontiroobaandii to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Godina Harargee Bahaa aanaa Kombolchaatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 1.9tti tilmaamamu mana nama dhuunfaa keessatti to'atamuu…
Naannoo Oromiyaatti galmeen barattootaa hanga Onkololeessa 6, 2014 itti fufa – BBO
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa galmeen barattootaa Sanbattan lamaan dabalatee hanga Onkololeessa 6, 2014 kan itti fufu tahuu beeksise.
Oromiyaa…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa misooma qonnaa guyyoota 2f taasiisaa ture xumure
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa misooma qonnaa guyyoota 2f Godina Arsii Lixaa fi Shawaa Bahaatti taasiisaa ture…
Ityoophiyaan baajata waggaa keessaa % 11 bu’uuraalee daandii fi suphaaf ramadde –…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Konfirensii Geejjibaa 2ffaa Idil addunyaa Beejingitti gaggeeffamaa jirurratti haasawa taasiisaniin Ityoophiyaan…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamtaanee Laamaamraa…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Ada’aatti oomisha Avookaadoo daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu godina Shawaa Bahaa aanaa Ada’aatti oomisha Avookaadoo daawwateera.
Oomishni Avookaadoo…
Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC)- Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa jala ooluu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Humnoonni shororkeessaa Shanee fi shiftootaa tarkaanfii fudhataniin lubbuu namaa fi qabeenyarratti…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) –Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiramuu magaalaa Harootti humni shororkeessaa Shaneefi shiftaa naannichatti socho'an Fulbaana 30/2014 namoota nagaarratti…