Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoo Teeleekoom magaalota 22 keessatti tajaajila 4G eegalchiise
Finfinnee, Onkololeessaa 3,2014 (FBC) - Ityoo Teeleekoom marsaa 2ffaan magaalota 22 keessatti tajaajila 4G eegalchiisuu isaa ibsame.
Saganticha daataa saffisa fi fedhii jiru…
Kutaaleen Lixaa fi kibba Ityoophiyaa guyyoota 10n dhufan rooba ni argatu- Ejensii Raaga Qilleensaa
Finfinnee, Onkololeessaa 3,2014 (FBC) - Kutaaleen Lixaa fi Kibba Ityoophiyaa guyyoota kurnan dhufan rooba kan argatan ta’uu Ejensiin Raaga Qilleensaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Gurmaa’insi haaraan ministeerichaa dhimmoota Idil Addunyaa fi haala Siyaasaa ilaalcha keessa kan…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Gurmaa’insii fi hojiin jijjiiramaa haaraan Ministeera Dhimma Alaa dhimmoota Idil Addunyaa fi haala Siyaasa akkasumas naannolee ilaalcha keessa…
Rakkoolee Ityoophiyaa muudatan gara carraatti jijjiiruun hojii olaanaa muudamtoota haaraa ta’uu…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Wayita ammaa rakkoolee Ityoophiyaa muudatan gara carraatti jijjiiruun hojii olaanaa muudamtoota haaraa ta’uu akka qabu ogeeyyiin aartii fi…
Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaddaroota yeroo hojii isaanii xumuraniif gaggeessaa taasisuu ibsameera.
Haaluma kanaan…
Akka ammaa kana carraan osoo turee gara hidhannootti hin gallu ture – Ambaasaaddar Leencoo…
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2014 (FBC) - Akka amma mootummaan haaraan jalqabe kana carraan filannoo osoo turee gara hidhannootti hin gallu ture jedhan miseensa Hoggansa ABO…
Konfirensiin Qorannoo Gaazexeessummaa Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2014 (FBC) - Konfirensiin Qorannoo Gaazexeessummaa Afrikaa Finfinnee fi magaalota ardichaa 4 keessatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Bara oomishaa 2013/14 akka naannoo Oromiyaatti Callaan Kuntaalli miiliyoonni 195 ol ni eegamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministeeraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu aanaalee Godina Arsii lama keessatti Oomisha qamadii kilaasteraan misoomaa jiru…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchitoota Godinaaleef muudama laate
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchitoota godinaaleef muudama laateera.
Haaluma kanaan:-
1. Godina Arsii
Obbo Musaaq Furoo ...Bulchaa…
Godina Arsii Lixaatti barattoota harka qalleeyyii kuma 50f deeggarsi meeshalee barnootaa taasiifame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Manneen barnootaa aanaalee Godina Arsii Lixaa keessatti argaman guyyaa har'aa hojii baruu fi barsiisuu ifatti eegalaniiru.
Itti Gaafatamaa…