Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Jimmaatti Aanaa Geeraa fi Qarsaatti hojiilee oomisha…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Jimmaatti Aanaa Geeraa fi Qarsaatti hojiilee oomisha qonnaa daawwachuun qaamolee hawaasaa waliin mari’atee…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 7ffaan har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar Qidduus Giyoorsgisiin injifatame.
Tapha…
Jiraattoonni godina addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee misooma jiru irraa waggoota dheeraaf…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Jirattoonni godina Addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee bu'uuraalee misoomaaf madda ta'aanis misooma jiruu irraa waggoota dheeraaf fayyadamoo hin taane…
Damee dhuunfaan gargaarsa teeknooloojii dirooniin misoomsuu fi fayyadamuuf haala dadeessisu uumuuf…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Damee dhuunfaan gargaarsa teeknooloojii dirooniin misoomsuu fi fayyadamuuf haala dadeessisu uumuuf waliigalteen mallata’ee.
Waliigalticha…
Manneen barnootaa aanoota Oromiyaa keessatti argaman Mootummaa naannoo Afaar fi Sidaam waliin kan…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Manneen barnootaa aanoota Oromiyaa keessatti argaman Mootummaa naannoo Afaar fi Sidaam waliin kan waldaangessaa afaan Afaarii fi Sidaamaa barsiisuuf…
Magaalaa Bahaar Daaritti hawaasa kutaa biyyattii garaagaraarra walitti babba’an waliin mariin…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Magaalaa Bahaar Daaritti hawaasa kutaa biyyattii garaagaraarra walitti babba’an waliin mariin hariiroo ummataa gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree…
Magaalaa Jigjigaatti manneen barnoota sadarkaa 2ffaan 2 waajjira Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)-Naannoo Sumaalee magaalaa Jigjigaatti manneen barnoota sadarkaa 2ffaan 2 waajjira Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachaw ijaarame eebbifameera.
Sirna…
Dhibee busaa dhabamsiisuuf hojileen jajjabeessoon hojjetamanis ammallee namoonni hedduun dhibichaan…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Dhibee busaa dhabamsiisuuf hojileen jajjabeessoon hojjetamanis ammallee namoonni hedduun dhibichaan qabamaa jiraachuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa…
Joo Baayiden dinagdee Ameerikaa bayyanachiisuuf Doolaara Tiriiyoona 1.9 karoorse
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa haaraa filataman Joo Baayiden torban dhuftu muudamanii waajira seenuun dura dinagdee Ameerikaa weerara vaayrasii…
Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ambaasaaddar Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Turkii Yaapaaraak Allapa waliin mari’atan.
Obbo Adam…