Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi sooftiweeriiwwan tajaajila magaalota ariifachiisan ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) –Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii sooftiweeriiwwan tajaajila magaalota ariifachiisanii fi uwwisa tajaajilaa dabalan ifoomseera.…
Hawaasni Idil addunyaa deeggarsa haqa qabeessaa fi madaallawaa taasisuu qaba- Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Haala Ityoophiyaa ilaalchisee dhugaa jiru sirriitti hubachuun hawaasni idil addunyaa deeggarsa haqa qabeessaa fi madaallawaa taasisuu akka qabu Itti…
Obbo Dammaqaan Qindeessaa olaanaa Dhimmoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Qindeessaa olaanaa Dhimmoota namoomaa Dhaabbata…
Koreen Hojii Raawwachiiftuu Badhaadhinaa ajandaawwan biyyoolessaa fi nannawaarratti mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiiftuu Badhaadhinaa ajandaawwan biyyoolessaa fi nannawaarratti mari’ateera.
Dhimmoota haala nageenyaa fi…
Manni marichaa buqqaatoota deeggaruuf koree maallaqa walitti qabu hundeesse
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Dhimoota Islaamummaa Ityoophiyaa namoota sababa waraanaan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an deeggaruuf koree maallaqa walitti…
Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Guyyaan Tuurizimii Addunyaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti mata duree “Tuurizimii guddina hunda galeessaaf “ jedhuun qophiilee garaagaraan…
Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiilee sababa gocha badii garee shororkeessaa ABUTtiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasisuu ibsameera.…
Magaalaa Finfinneetti hojiin suphaa daandiwwan Aspaaltii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daandiwwan Aspaaltii sababa Roobaa fi tajaajila yeroo dheeran miidhaman suphuu gaggeeffamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa…
Hawaasni magaalaa Finfinnee nageenya isaanii eeguuf murannoon agarsiisan kan…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Hawaasni magaalaa Finfinnee nageenya isaanii eeguuf murannoon agarsiisan kan jajjabeefamu ta’uu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee ibseera.…
Konkolaattoonni Naannoo Tigraay galan deebi’uu dhabuun dhiyyeessii deeggarsa namoomarratti rakkoo…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’anii naannoo Tigraay galan deebi’uu dhabuun dhiyyeessii deeggarsa namoomarratti rakkoo uumuu ibsameera.…