Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksiise.…
Bara baajataa darbe naannoo Oromiyaatti daandiin Kiiloo Meetirri kumni 6 fi 532 suphamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Bara baajataa darbe naannoo Oromiyaatti daandiin Kiiloo Meetirri kumni 6 fi 532 suphamuu Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Oromiyaa ibseera.…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii 100ffaa gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarsuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii 100ffaa gaggeesseen dhimmoota gurguddoo 4 irratti murtoo dabarsuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Dhaabbinni dhiyeessii boba’aa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4.3’f…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Dhaabbinni dhiyeessii boba’aa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4.3’f taasiseera.
Hoji raawwachiisaan dhaabbatichaa obbo…
Tajaajiloota elektorooniksii carraa hojii uumuu dargaggootaaf oolcuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Ministeerri Teeknooloojii fi Innooveeshinii hawaasni tajaajiloota dhaabbilee garagaraa qaamaan deemee argatuu elektorooniksiidhaan bakka jiran…
Lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi namoomaa yeroo dhiyaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Naannoo Tigraay dabalatee lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi namoomaa yeroo dhiyaachaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibseera.…
Ministeerichi Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Ministeerri Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasisuu ibsameera.
Ministeerichi…
Daangaa Walloo Kibbaatti weerara hoomaa awwaanniisaa mudatee to’achuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Daangaa Walloo Kibbaatti weerara hoomaa awwaanniisaa mudatee to’achuuf hojjetamaa jira jedhameera.
Weerarri awwaanisichaa aanaa Warraabaabboo daangaa…
Walaayittaa Sooddootti Paarkii bashannanaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Walaayittaa Sooddootti Paarkii bashannanaa Birrii miiliyoona dhibba 3 oliin ijaarramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Sadarkaa itti aanaa…
Mootummaan haaraan naannoo Oromiyaa Fulbaana 15, 2014 kan hundeeffamu ta’uu himame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Mootummaan haaraan naannoo Oromiyaa Fulbaana 15, 2014 kan hundeeffamu ta’uu Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo ibsan.
Af…