Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan gita isaanii Ostiriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin gita isaanii Ostitiriyaa Aleeksaandar Shaalanbarg…
Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa boru ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa mootummaa naannoo Ummattoota Kibbaa yaa’ii ariifachiisaa 3ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa boru magaalaa Hawaasaatti ni…
Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota kuma 1 fi 200 ol eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota kuma 1 fi 200 ol eebbisiise.
Yuunivarsiitiin Salaalee marsaa lammaffaaf barattoota barsiisaa ture kuma 1 fi 200 ol…
Hoggantoonni olaanoon garee ABUT to’atamuun naannichaatti abdii uumeera – obbo Nabiyyuu Sihuul
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon garee ABUT to’atamuun naannichaatti abdii uumuu itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Tigraay obbo Nabiyyuu Sihuul…
Imala misoomaa naannoo Gammoojjii fi horsiisee bultootarratti xiyyeeffachuun waltajjiin marii ni…
Finfinnee, Amajjii 6 2013 (FBC) – Waltajjiin marii ‘Addis Wagi dhimma Tokkoo’ imala misoomaa naannoo Gammoojjii fi horsiisee bultootarratti xiyyeeffate qopheessummaa Waajjira…
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idileesaa guyyaa kaleessaa gaggeesseen dhimmoota…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idileesaa guyyaa kaleessaa gaggeesseen dhimmoota garagaraa irratti marii’achuun murtoo dabarseera.…
Rakkoon daangaa Ityoophiyaa fi Sudaan karaa nagaan furamuu qaba – Ambaasaaddar Yibalxaal…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) - Ministeerri Dhimma Alaa Sudaanii fi komishiniin daangaa biyyaalessaa guyyaa har'aa bakka bu'oota dippiloomaatootaa, Misiyoonootaa, Qoonsilaawwanii fi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 463 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 463 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Siyyuum Masfiinii fi Abbay Tsaahayyee dabalatee hoggantoota juuntaarratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Siyyuum Masfinii fi Abbay Tsahaayyee dabalatee hoggantoota juuntaarratti tarkaanfiin fudhatameera.
Itti gaafatamaan qajeelcha humna waraanaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen muudama ambaasaaddarrumma laatan
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen muudama ambaasaaddara gutuu fi ambaasaaddarumma laataniiru.
Haaluma kanaan:-
1. Aadde Dammituu Hambisaa…