Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Emireetoonni Araba Gamtoomanii rakkoon daangaa Ityoo – Sudaan karaa nagaan akka furamu waamicha…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Emireetoonni Araba Gamtoomanii rakkoo daangaa Ityoo – Sudaan mariin furuun naannichaaf gaarii ta’uu ibsiteerti.
Ministeerri Dhimma Alaa fi…
Ityoophiyaatti namoota qorannoon taasiifameef keessaa %10 olirratti vaayrasichi argamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota qorannoon laabraatoorii taasiifameef keessaa %10 olirratti vaayrasiin koroonaa argamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Dargaggoota tajaajila tola ooltootaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Arsiitti leenjiin laatamaa jira
Finfinnee, Amajjii , 2013 (FBC) –Dargaggoota tajaajila tola ooltootaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Arsiitti leenjiin laatamaa jira.
Leenjichi guyyoota 45f kan turu yoo ta’u,…
Dargaggoonni tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Walqixxee leenjiif galan…
Finfinnee, Amajjii , 2013 (FBC) - Dargaggoonni tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Walqixxee leenjiif galan hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’atan.
…
Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee naannoo Oromiyaa godinalee garaagaraatti daawwannaa taasise
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee naannoo Oromiyaa godinalee garaagaraatti hojii bu’uraalee misoomaa daawwateera.
Garichi godina Booranaa aanaa Yaa’a…
Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Afaar guyyaa har’aa yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa jedhame.
Manni maree naannichaa Faanaa BroodKaastiing Korporeetiif akka…
obbo Musxaafee Mahaammad jaarsoliin biyyaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoorratti ga’ee…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Hojii duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru keessatti jaarsoliin biyyaa ga'ee isaanii akka ba'an Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee…
Sirni awwaalchaa aadde Aggituu Guddataa boru ni raawwatama
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Sirni awwaalchaa aadde Aggituu Guddataa boru Pheexiroos Waphaawuloositti raawwatama jedhame.
Xaaliyaanitti ajjeefamuun reeffi ishee har’a gara biyyaa…
Kutaa magaalaa Eekkaatti ijaarsawwan seeran alaa fi lafa weeraraman irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Eekkaatti ijaarsawwan seeran alaa fi lafa yeroo dhihoo as weeraraman irratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 376 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 376 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…