Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtaan Afrikaa duula haasaa jibbiinsaa ittisuuf kaayyeffatee ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Gamtaan Afrikaa duula haasaa jibbiinsaa ittisuuf kaayyeffatee ifoomseera.
Gamtichi mata duree ‘haasaa jibbinsaaf bakka hin qabnu’ jedhuun duulicha…
Ayyaana Masqalaa bara kanaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Ayyaana Masqalaa bara kanaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin xumuramuu isaa Bataskaanni Tawaahidoo Ityoophiyaa beeksiseera.
Bataskaanichi ayyaana…
Doolaarri Ameerikaa karaa seeraan alaatin daddabarfamaa ture kumni dhibbi 4 fi kumni 48 ol to’anna…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Doolaarri Ameerikaa karaa seeraan alaatin daddabarfamaa ture kumni dhibbi 4 fi kumni 48 fi 550 to’annaa jala ooluu Komishiiniin Poolisii Federaa…
Leetenaal Jeneraal Asraat Denneeroo fi hooggantoonni olaanaa Raayyaa Ittisaa Hidha Haaromsaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Ajajaan olaanaa Humna Lafaa Leetenaal Jeneraal Asraat Denneeroo fi hooggantoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa akkasumas hooggantoonni olaanoo mootummaa…
Jiraattoonni kutaa magaalaa Kolfee naannawaa Askoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Jiraattoonni kutaa magaalaa Kolfee naannawaa Askoo raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa taasisaniiru.
Deeggarsiichi adda…
Damee Indaastirii xixiqqaa fi giddugaleessaan bu’aan argamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Dhaabbileen damee Indaastirii xixiqqaa fi diddugaleessaa deeggaran qindoominaan hojjechuu eegaluusaaniitiin bu’aan argamuu ibsameera.
Abbaan Taayitaa…
Magaalaa Naqamteetti kabajaa ayyaana Irreechaa ilaalchisee mariin Paanaalii gaggeeffamaa jiraachuu…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Godiina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamteetti kabaja ayyaana Irreechaa bara kanaa ilaalchisee mariin Paanaalii gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Marichi…
Hojjettoonni mootummaa fi dargaggoonni godina Jimmaa sochii “ Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti”…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Hojjettoonni mootummaa fi dargaggoonni godina Jimmaa sochii “ Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti” jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.
Hojjettoonni…
Guyyaan tuurizimii addunyaa naannoo Sidaamaatti ni kabajama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Guyyaan tuurizimii addunyaa sadarkaa biyyaatti Fulbaana 17, 2014 naannoo Sidaamaatti kan kabajamuu ta’uu ibsame.
Sadarkaa Ityoophiyaatti yeroo…
Dargaggoota godina Gondar Kibbaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Dargaggoota godina Gondar Kibbaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan har’a taasifameera.
Maanyichaal Azaazuutu gabaase
Fuula Feesbuukii…