Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa magaalaa Ciroo keessatti hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) -Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa magaalaa Ciroo keessatti hojjetamaa jiru daawwate.
Gareen kun, dura taa'aa Koree Dhaabbii…
Magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin 1 qabame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin boba'aan 1 qabameera.
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa kunneena eeruu hawaasaan ganda…
Naannoo Tigraay deebisaanii dhaabuuf sagantaan qophaa’ee hojiitti galameera – obbo…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Duulli olaantummaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraay xumuramuu hordofee mootummaan naannicha deebisee dhaabuuf saganteeffatee gara hojiitti galuu itti…
Duudhaaleen sirna Gadaa tokkummaa fi obboleeyyummaa biyyaaf faayidaa guddaa qaba – Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Duudhaaleen sirna Gadaa tokkummaa fi obboleeyyummaa biyyaaf faayidaan qabu olaanaa waan ta'eef kunuunsuu fi eeguun dhaloota dhufuuf dabarsuu akka…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 300 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 300 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Obbo Abbaay Walduu dabalatee hoggantoonni garee ABUT Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Obbo Abbaay Walduu dabalatee hoggantoonni olaanoon garee ABUT tibbana to’annoo jala oolaan Finfinnee galan.
Preezdaantii duraanii…
Koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa Proojektoota misoomaa magaalaa Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Koreewwan Dhaabbii Caffee magaalaa Jimmaatti Proojeektota adda addaa birrii miiliyoona dhibba 2 oliin hojjetamaa jiran daawwatan.…
Ambaasaaddar Abdulafattaan gargaaraa Ministira alaa dhimmoota Afrikaa Kuweet waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) –Kuweetiitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Abdulafattaan Abdullaahiin gargaaraa Ministira alaa dhimmoota Afrikaa Kuweet Abduulhamiid Al…
Wal morkiin kilaboota liigii kubbaa miilaa Oromiyaa taasifama jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Wal morkiin kilaboota liigii kubbaa miilaa Oromiyaa taasifama jira.
Tapha liigii kubbaa miilaa kilaboota Oromiyaa bara kanarratti kilaboonni 48…
Mariin qorannoo diippilomaasii qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Mariin qorannoo diippilomaasii qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate eegalameera.
Maricharratti ambaasaaddaroonni fi diipilomaatoonni kan hirmaatanyoo…