Browsing Category
Oduu biyya keessaa
‘Gootummaan keenya Juuntaaf osoo hin taanee ergitootasaaniifi’-Letenaal Jeneraal Baacaa Dabalee
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)-Gootummaan keenya garee shororkeessaa ABUT dursa injifatameef osoo hin taanee ergitootaa (gulufsistootaaniifi) jechuun Letenaal Baacaa Dabalee ibsaniiru.…
Godinni Walloo Kibbaa Lammiilee weerara ABUTiin miidhaan irra ga’eef deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Godinni Walloo Kibbaa Lammiilee weerara garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’eef deeggarsa taasisuu Walloo Kibbaatti Biiroon Qindeessa wabii…
Ministeerri barnootaa manneen barnootaa naannoo Amaaraatti barbadaa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Ministeerri barnootaa manneen barnootaa garee badii ABUTiin naannoo Amaaraatti barbadaa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.…
Ministeerri Aadaa fi Turiziimii Yuunvarsiitii Amboo waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Ministeerri Aadaa fi Turiziimii Yuunvarsiitii Amboo waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Yuunvarsiitii Ambootti giddu ala qo'annoo fi qorannoo…
Preezdaantii Mana Maree Nageenyaatin ibsi ba’ee ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggaruu ta’u ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Preezdaantii Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiin ibsi ba’ee ejjennoo Ityoophiyaa kan deeggaruu ta’u Ministeerri Dhimma Alaa…
Godina Arsii lixaatti kabaja ayyaana Irreechaarratti mariin taasifame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti kabaja ayyaana Irreechaarratti mariin taasifameera.
Itti gaafatamtuun waajjira aadaaf turizimii Godina Arsii lixaa aadde Maliyaa…
Guyyaan galmee filattootaa ifomsuu fi iyannoon itti dhiyaatuu Fulbaana 12 ni xumurama
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Boordiin Filannoo biyyoolessaa guyyaa galmee filattootaa ifoomsuu fi iyannoon itti dhiyaatuu Fulbaana 12, 2013 akka xumuramuu beeksiseera.
Filannoo…
Preezdaant Aaganyaw Tashaager jila Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa Obbo Aaganyaw Tashaager jila Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa waliin mari’ataniiru.
Preezdaant Aaganyaw…
Letenaal Jeneraal Ababaawu Taaddasaa hoggantoota olaanoo addaa waraanaa Izii Walloo Kaabaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Itti aanaa Etamaajoor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa Letenaal jeneraal Ababaawu Taaddasaa addaa waraanaa Izii Walloo Kaabaatti argamuun hoggantoota olaanoo…
Sirni eebbaa miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa giddugala leenjii Awaash Bishoollaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014(FBC)- Sirni eebbaa miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa giddugala leenjii Awaash Bishoollaatti leenjii loltummaa fudhachaa turan gaggeeffamaa jira.
Sirna…