Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Abdulafattaan gargaaraa Ministira alaa dhimmoota Afrikaa Kuweet waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) –Kuweetiitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Abdulafattaan Abdullaahiin gargaaraa Ministira alaa dhimmoota Afrikaa Kuweet Abduulhamiid Al…
Wal morkiin kilaboota liigii kubbaa miilaa Oromiyaa taasifama jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Wal morkiin kilaboota liigii kubbaa miilaa Oromiyaa taasifama jira.
Tapha liigii kubbaa miilaa kilaboota Oromiyaa bara kanarratti kilaboonni 48…
Mariin qorannoo diippilomaasii qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Mariin qorannoo diippilomaasii qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate eegalameera.
Maricharratti ambaasaaddaroonni fi diipilomaatoonni kan hirmaatanyoo…
Filannoo dhufuu milkeessuuf dhaddachi dhimmicha hordofuu qopheessuun ga’ee qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Filannoo dhufuu milkeessuuf dhaddacha dhimmicha hordofuu qopheessuun ga’ee akka qabu ibsameera.
Mariin dhimmoota filannoo dhufuuf dhaddachaa…
Ambaasaaddar Saamiyaan Dohaatti Ambaasaaddara Sudaan waliin dhimmoota waloorratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Kuwaataritti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Saamiyaa Zakaariya Dohaatti Ambaasaaddara Sudaan Abdalraahiim Alsiidiig Mohaammad waliin dhimmoota waloorratti…
Godinichatti duula hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu Baatii lamaaf gaggeefamaa tureen waraana ABO…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Godina wallagga Lixaatti duula hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu Baatii lamaaf gaggeefamaa tureen waraana ABO Shanee 265 ta'an irratti tarkaanfiin…
Aadde Adaanach Abeebee qonnaan bultootaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu magaalichatti argaman waliin…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qonnaan bultootaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu magaalichatti argaman waliin…
Lafa heektaara miiliyoona 9 irraa oomishni walitti qabame – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Bara oomishaa 2012/2013 oomisha lafa heektaraa miiliyoona 13.4 irratti misoomee ture keessaa hanga ammaatti lafa heektaara miiliyoona 9 irraa…
Leenjiin dandeettii cimsu ogeessota Kominikeeshinii Manneen Murtii Olaanaaf kennamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Leenjiin dandeettii cimsu ogeessota Kominikeeshinii Manneen Murtii Olaanaaf kennamaa jira.
Akka ragaan Mana Murtii Waliigalaa…
Godina Arsii Lixaatti hojiin misooma sululaa eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Hojiin misooma sululaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaa ganda Fandee Ejersaatti guyyaa har’aa eegaleera.
Itti aanaan bulchaa godinichaa obbo…